Waraabeecha (Bineensa) Biyya  Bineesummaan  Isaa Beekamutti  Itillee Naaf Afaa Jedhu  Mammaaksa Oromoo Keessatti Dhageeyee Hin Beeknu!

Aside

Baarentuu Gadaa Irraa

Bineensa

Wayyaaneen waggoottan 25n darbaniif  waliin dhahaa, kan ishii morme hidhaa, dararaa, ajjeesaa fi saamaa as geechee jirti.  Haata’uutii gochi yakkaa ummata Oromoorratti keessumaa sabboontoota Oromoo irratti raawwachaa turtee fi jirtu  kun akka ishiin  yaaddeetti qabsoo ummanni Oromoo mirga isaaf taasisaa jiru; FXG gama kamiinuu dhaabuu hin dandeenye. Dhaabuu hin danda’usii. Keessumaa haali waggoottan 2n darbanii as impaayeera ityoophiyaa murna tanaan bulaa jirtu keessa jiru  dhugaa kana  ifatti  eenyufuu mirkaneessaa jira.

Hidhattoonnii fi basaastoonni sirnichaa ajjeechaa hidhaa fi dararaa sukanneessaa saba Oromoorratti raawwachaa jiranis sochiin ummanni Oromoo mirga abbaa biyyummaa isaa deeffachuuf taasisaa jiru ittuu finiinaa jira malee akka wayyaaneen yaadde hin qabnoofne, ykn hin dhaabbanne. FXG fi qabsoon hidhannoo yeroo ammaa kana gutummaa Oromiyaa keessatti diina dhiphisaa jira.  Akka ummanni Oromoo yeroo dhihoo keessatti mirga isaa humnaan mulqame humnaan deeffatus mallattooleen ifatti muldhatan danuudha. Diinni Oromoo waggoota 25n darbaniif goolaa turte Wayyaaneen yeroo ammaa kana dhiphuu fi sodaa guddaa keessa jirti.  Sochii ummanni Oromoo taasisaa jiruunis baaragdee yakkoota hedduu wal duraa duuban ummata Oromoorratti keessumaa sabboontoota ilmaan Oromoo qaroo ta’anirratti raawwachaa jirti. Continue reading

ONN: Oromia News Network, Qophii Gurraandhala 20,2017

Aside

Godina Harargee Bahaa Aanaa Mayyuu Muluqqee Araddaa Calloo Keessaa Liyuu Poolisiin TPLF Ummata Oromoo Sammaa Jiraachuun Gabaafame.

Aside

Gurraandhala 21,2017
liyyuuOromiyaa baha Godina Harargee bahaa aanaa Mayyuu Muluqqee araddaa Calloo kheeysaa Liyuu Poolisiin ummata kheenya irraa Gaalaa fi Loon jidduu gara dhibba Afurii olii saamaniiru.Kaleeysaas araddaa Muluqqeetti nama karaa deemu dhukaaftee madeeysite.
Haaluma kanaan eda galgala irraa kaasee hanga ganama bariisaatti horii ummattaa hedduu saamtee Boottee bishaanii tokkoos qabdee kuchiifte.
dubartoonii horii wajjin fudhaman
1Hawwoo Bakkar
2 Ardoo Mahammad Waree
3 Halii kamal
4 Aminaa Amad
5 Haliimoo Abdi-fataah
6 Zaraa Bayyan
namoonii makinaa bottee wajjin fudhaman.
Hojjataa waajjira bishaanii Jamaal Abdallaa dabalatee kan biroos kan hinbeekamnee Continue reading

QOPHII KAAYYOO-Tamsaasa Kallatti Guraandhala 20/2017 Marii Dargaggoota Oromoo Muusaa Daawuudii fi Caalaa Haahiluu Waliin Taasifame.

Aside

“Heddummeessuun Dhaaba Siyaasaa, Saba Bittimsa” Wallee Artist Sabboonaa Eebbaa Waaqwayyaa

Aside

Godina Arsii Aanaa Roobee Magaalaa Roobee Diida’aa Keessaa Sabboontonni Qeerroon Bilisummaa Oromoo Hedduun Hidhaan Dararamaa Jiru.

Aside

Gurraandhala 20,2017

16807679_412502109084616_4947228223484489601_nGodina Arsii Aanaa Roobee Magaalaa Roobee Diida’aa Keessaa Sabboontonni Qeerroon Bilisummaa Oromoo hedduun hidhatti kan dararamaa jiran yoo ta’uu Mana hidhaa Ma’aakalaawitti reebichi hamaan irratti raawwatamaa jiraachuu Oduun maatii isaanii irraa arganne ifa godhee jira Daraggoota reebichi kun irratti raawwatamaa jiru keessaa16900139_623447287851428_2136137737_n

  1. Shugguxee Durrii bakka bu’aa paartii koongirasii feederaalawaa Oromoo kan ture yoo ta’uu
  2. Saalih Abdullee 3, Hullee Adam
  3. Heeydar Jamaal fi Abbaa isaa Jamaal Abbaas
  4. Nasroo Durrii yoo ta’uu

Reebicha isaanirratti raawwatamaa jirurraa lubbuun jiraaratanii wal arguudhafis shakkii qabaachuu maatin isaanii dubbachaa jiraachuunis himamaa jira Kuni kanaan osoo jiruu yeroo ammaa Kanas humnoota Kumaandi poostitiin maatii isaaniis doorsisoonni gara garaa irra gahaa jiraachuus dhagayamaa jira. Karaa birootiin asuma aanaa kana Ganda Ataabaa Gasalaa keessa dargaggoon 16839768_623447281184762_1825985468_nqabsaayaan Qeerroo bilisummaa Keeyraddiin Huseen jedhamu Wayyaanee jalaa baqatee bakka inni jiru dhabuurraa kan ka’e Abbaa isaa Huseen H/Kadiir Mana hidhaa waajjira poolisii magaalaa Roobee keessatti hidhamee ilma kee bakka jiruu akka fiddu jedhamee erga mana  hidhaa keessatti dararamuu jalqabee ji’a 3 gahuun maatiin isaa yeroo ammaa kana rakkina guddaa keessa jiraachuu Qeerroon Aanichaa gabaaseee jira

Gama biraan Godinuma Arsii keessaatti  Aanota Adda Addaa keessatti wayyaaneen Hojii dhabdummaa hir’isuuf maqaa jedhuun dargaggoota walitti qabdee sossobachaa kan jirtu too ta’uu  Arsii Lixaa Magaalaa Arsii Nageellee keessatti Continue reading

Aside

No automatic alt text available.

Godina Wallaggaa Keessatti Milishooti Leejii Waraanaa Fudhatan Lammii Keeya Hin Waraanu Jechuun Qawwee Wayyaaneef Deebisaa Jiru.

Aside

Gurraandhala 20,2017

IMG_20150509_060148Godinota Wallaggaa Keessaa Sabboontotni ilmaan Oromoo Humna Milishaa Gandaa Turan Hedduun Qeerroo Kan keeny Biyyis Keenya Beyya Keenyaa fi Lammii Keenya Irratti Qawwee Hin Kaafnu Jechuun Ejjennoo Mootummicha Qaban Ibsan.

Leenjii milishaaf laatamuun wal qabatee gaaffiiwwaan leenjii sanarraatti kaafamaa jiraniin muddamsuu keessa seenaa jiraachuu Wayyaanee kan jiru cinatti sabboontotni hedduun uuffata milishaa uffachuu diduun meeshaan waraanaa hidhachuun keenya ummata keenya tiksuuf malee itti dhukaasuuf miti jechuun dhaadhatanii jiru.Yeroo lamii keenya doorsiifnuuf ajjeefnu seenaan bor nu gaafata jechuun Onoota Ukkee Qarsaa akkasuma Onoota danuu keessatti meeshaa waraanaa galchaa jiraachuu odeesse Qeerroo ifa taasisa.Haalli kun sodaa jabaa keessa seenaisuu illee dubbatan.

Gama biraan holola dharaa Namoonni Warraaqsaan wal qabatee dhokattanii magaalaa garaagaraa keessa tamsaatanii jirtan biyyatto deebi’aa hojiitti galaa jechuun hololaa sobaa oofaa kan jirtu OPDOm adamsitee sabboontota kiyyoo isheen qabuuf akka taate hubatee namuu akka ayyaamasheen hin sochoone dhaamsa jabaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo dabarsa.

Mo Farah Made Banned Gesture Against TPLF to Show Solidarity with Oromo

Aside

BREAKING: Mo Farah Shows Solidarity with Oromo

– He made the banned gesture against the TPLF rulers.Via Naf-tanan Gaadullo
by CDE

Mo FarahFour-time Olympic champion Sir Mo Farah made the famous Oromo gesture in protest against the government of Ethiopia as he crossed the finishing line in the 5,000m Birmingham Indoor Grand Prix on Saturday.

The legendary British athlete who have just returned from Ethiopia to break the European record at the event (pictured), swapped his ‘Mobot’ signature celebration with a show of solidarity for the Oromo people.

In Rio Olympic, hundreds of millions of people watched Ethiopian silver medallist Marathon winner Feyisa Lilesa hold his arms over his head, wrists crossed, in support of members of his Oromo ethnic group against the Ethiopian ruling party.

The Tigre ethnics group (TPLF) of the country’s leaders have been repeatedly accused of human rights abuses and of discrimination against the Oromo, the country’s largest ethnic group, comprising about 35% of the country’s 100m population. Continue reading

Aside

1-all-artists

Continue reading