#AYYAANA_IRREECHA Onkololessa 8/2017 Guyyaa Har’aa Ayyaanni Irreecha Magaalaa Burraayyuu Malkaa_Ateeteetti Bifa ho’aa ta’een kabajamuu eegalee jira, Uummatni Oromoo Gidugaleessa Oromiyaafi Godinaalee Oromiyaa Garaagaraa irraa Kan Irratti Argaman yoo ta’uu Akkuma Irreecha Hora Harsadee Bishooftuutti kabajamee Uummatni Oromoofi Qeerroo Bilisummaa Oromoo; Aadaa, duudhaa, eenyummaa, Oromummaa, Tokkummaafi Saboonummaa isaa ibsachuun Nagaa, Bilisummaafi walabummaa isaaf kan falmataa jiru ta’uu ibsuun faajjii qabsoo bilisummaa Oromoo Alaabaa ABO kan lafeefi dhiiga gootota Oromoon sararamte olqabuun mirmisaa jaalaalafi kabaja Alaabaa ABOfi ABOf qabu sodaa tokko malee ifatti calaqisiisee jira. Yeroo ammaa kana Ayyaannii Irreechaa Malkaa Ateetee Burraayyuutti bifa adda ta’een baka ilmaan Oromoo miliyoonotaan argamanitti kabajama jira.Gabaasaa dabalataan walitti deebina.
Blog Archives
Irreecha Guyyaa Har’aa Malkaa Ateeteetti ta’e irratti hirmaatnaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Aside
Guyyaa Har’aa Suuraa Gotota Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Aside
Qeerroo Bilisummaa Oromoo fi Ayyaana Irreessa Malkaa Buraayyuu Guyyaa Har’aa
Aside
#AYYAANA_IRREECHA
Onkololessa 8/2017 Guyyaa Har’aa Ayyaanni Irreecha Magaalaa Burraayyuu #Malkaa_Ateeteetti Bifa ho’aa ta’een kabajamuu eegalee jira, Uummatni Oromoo Gidugaleessa Oromiyaafi Godinaalee Oromiyaa Garaagaraa irraa Kan Irratti Argaman yoo ta’uu Akkuma Irreecha Hora Harsadee Bishooftuutti kabajamee Uummatni Oromoofi Qeerroo Bilisummaa Oromoo; Aadaa, duudhaa, eenyummaa, Oromummaa, Tokkummaafi Saboonummaa isaa ibsachuun Nagaa, Bilisummaafi walabummaa isaaf kan falmataa jiru ta’uu ibsuun faajjii qabsoo bilisummaa Oromoo Alaabaa ABO kan lafeefi dhiiga gootota Oromoon sararamte olqabuun mirmisaa jaalaalafi kabaja Alaabaa ABOfi ABOf qabu sodaa tokko malee ifatti calaqisiisee jira. Yeroo ammaa kana Ayyaannii Irreechaa Malkaa Ateetee Burraayyuutti bifa adda ta’een baka ilmaan Oromoo miliyoonotaan argamanitti kabajama jira.Gabaasaa dabalataan walitti deebina.
Concomitant therapy of OLF will abort the incogitable humilation against Oromo people
Aside
War is the central problem of international relations. For as long as humans have existed, they have been killing one another; throughout the modern era, they have been doing so in increasingly well-organized, large-scale, and devastating ways. The human and material destruction of war in the twentieth century alone is incalculable. Every war has its own unique set of causes, which are invariably multiple, complex, and interrelated. Wars have been fought either exclusively or in some combination to gain or defend territory; security; wealth; national, religious, cultural, racial, and/or ideological identity and values; political dynasties; colonies; independence; allies or other friendly states; empire; hegemony; freedom of the seas; endangered citizens; or national honor. Wars have also been fought to weaken or destroy rivals; retaliate against the aggression of others; preempt an imminent or inevitable attack; avenge insults or past losses; fill power vacuums before someone else does; or maintain alliance credibility. Continue reading
SBO: Onkoloolessa 8 bara 2017. Oduu, Qophii Haala Warraaqsa Bilisummaa Oromoorratti Fuuleffatee fi Itti fufa Yaada Hirmaattota Kora Sabaa ABO 4ffaa.
Aside
SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Onkoloolessa 6, 2017
Aside
Aside

SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Onkoloolessa 5, 2017
Aside
