Qeerroo Bilisummaa Oromoo fi Ayyaana Irreessa Malkaa Buraayyuu Guyyaa Har’aa

#AYYAANA_IRREECHA Image may contain: one or more people, people standing, outdoor and natureOnkololessa 8/2017 Guyyaa Har’aa Ayyaanni Irreecha Magaalaa Burraayyuu #Malkaa_Ateeteetti Bifa ho’aa ta’een kabajamuu eegalee jira, Uummatni Oromoo Gidugaleessa Oromiyaafi Godinaalee Oromiyaa Garaagaraa irraa Kan Irratti Argaman yoo ta’uu Akkuma Irreecha Hora Harsadee Bishooftuutti kabajamee Uummatni Oromoofi Qeerroo Bilisummaa Oromoo; Aadaa, duudhaa, eenyummaa, Oromummaa, Tokkummaafi Saboonummaa isaa ibsachuun Nagaa, Bilisummaafi walabummaa isaaf kan falmataa jiru ta’uu ibsuun faajjii qabsoo bilisummaa Oromoo Alaabaa ABO kan lafeefi dhiiga gootota Oromoon sararamte olqabuun mirmisaa jaalaalafi kabaja Alaabaa ABOfi ABOf qabu sodaa tokko malee ifatti calaqisiisee jira. Yeroo ammaa kana Ayyaannii Irreechaa Malkaa Ateetee Burraayyuutti bifa adda ta’een baka ilmaan Oromoo miliyoonotaan argamanitti kabajama jira.Gabaasaa dabalataan walitti deebina.

One response

  1. Pingback: Qeerroo Bilisummaa Oromoo fi Ayyaana Irreessa Malkaa Buraayyuu Guyyaa Har’aa – OROMIYAANWANOFITIABBAATUUEGATAA

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: