ABOn nu bulchuu qabaa jedhu Qeerroon Jimmaa

Aside

Continue reading

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Onkoloolessa 24,2017

Aside

Jaarmiyaan Deggersa Qeerroo Idil-Adduunyaa Ummata Oromoo Biyya Alaa Jiraataniif Waamicha Taasise.

Aside

Jaarmiyaa “Deeggarsa Qeerroo Idil-Addunyaa” irraa

Jaarmiyaan “Deeggarsa Qeerroo Idil-Addunyaa” siyaasaa fi bu’aa irraa walaba ta’ee magaalaa guddoo biyya Amerikaa kan taate “Washington DC” keessatti seeraan hundaa’uun isaa ni yaadatama. Hundeen ijoo hundeefamuu jaarmayaa kanaa sochii Qeerroon Bilisummaa karaa nagaa taasisaa jiru hawaasni Oromoo tumsa barbaachisu akka taasisu qindeessuu fi deeggarsa kennuu dha.

Sochii Qeerroon Bilisummaa hanga yoonaa taasiseen injifannoowwan gurguddoon argamaniiru. Sochiin yeroo ammaa Onkoloolessa 11, 2017 irraa eegalee fininaa jirus itti fufinsa sochiin qeerroon bilisummaa taasisaa ture dha. Qabsoon gaggeefamaa jirus hanga bilisummaa Oromoo fi walabummaa Oromiyaatti akka ta’e yerooti gara yerootti abbaan sochii kanaa Qeerroo Bilisummaan beeksisaa turaniiru. Sochiin kun galma isaa akka ga’uu fi ummata keenya sochii kana keessatti miidhaman gargaaruun yomiyyuu caalaa barbaachisaa dha. Continue reading

Qabeenyi Oromoo Saamamaa Jiru Qeerroo Amboon Qabame.

Aside

Onk…24/2017 Saammichi Sukkaarrafi Bunaa Mootummaan Abbaa irree Wayyaanee gaggeessa jiru magaalaa Amboo Keessatti gargaarsa Gootota Qeerroo Dargaggoota Oromoofi Poolisoota Oromiyaa akkasumas gootota ummata Oromoo Ambootiin too’annoo jala oolee jira.

ONN:Oduu Oromia News Network Onk 24/2017

Aside

SBO: Onkoloolessa 25 bara 2017. Oduu, Qophii Haala Yeroo Irratti Fuuleffatee fi Gaaffii fi Deebii Jaal Dhugoomsaa Dhugaasaa waliin taasifame -Kutaa xumuraa Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

Oromo-TV: What’s the difference between “activism” and “organized politics”

Aside

Qeerroo Jimmaa!! Guyyaa Kaleessaa

Aside

“ABO Yaaddessa dhiiraa dhuftaniiree…”
Jechaa ABO fi Ummata Oromoo faarsaa Olan.

Continue reading

Aside

No automatic alt text available.

Jimmaa Guyyaa Har’aa “Ulee Hokkoo Eda Muranii… ABO Koo Eessa Buusanii” Jechaa Qeerroon Jimmaa Diddaa Isaanii Dhageessisaa Jiru.

Aside

Continue reading