Labsii Hattattamaa Isa Dhumaa

Aside

Damee Boruutiin.

Fincila malee Filannoon Wayyaanee Hin Buqqisu!  Qeerroo Bilisummaa 2011TPLF isa ormi ittiin  jedhu caalaa hojiin isheen yaroo akkana saaxilaa of baaftu arguun baayyee namati tola. Hidhamtoota hiiknee warra dorgomii siyaasaa barbaadaniif  goodaa siyaasa balifnee nageenya biyyaa tasgabeessuuf akka fedhii qaban dubbatanii utuu hin rawwatiin of duuba galagalanii uummata Impayeera aItopiyaa keessa jiru irratti waraana labsuun of tufachiisuu dha. Uummata keenyaaf illee haaraa miti.  Kana duraas argee jira.  Akkuma isa duraa kunis ni darba. Labsiin kuun uummata cunqursaamaa hundaa keessattuu Uummata Oromoo kan harka laachisu miti. Continue reading

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Gurraandhala 20, 2018

Aside

የወያኔ መንግስት በኦሮሞ ህዝብ ላይ ያወጀውን የጦርነት ኣዋጅ በተመለከተ የተሰጠ ኣጭር መግለጫ

Aside

የወያኔ ኢሕኣዴግ/ሕወሃት መንግስት በኦሮሞ ህዝብ ላይ ኣውጆ ለማጽደቅ እየስራ ያለውን የጦርነት ኣዋጅ በመቃወም የተሰጠ ኣጭር መግለጫ

የካቲት 20 ቀን 2018ዓም

ኣምባገነኑ የወያኔ መንግስት፡ በኦሮሚያ ብሄራዊ የጭቆና ፍጻሜ ንቅናቄ ትግል ተንኮታኩቶ ከውድቀቱ ኣፋፍ የሚገኘው የኢህኣዴግ ስርዓት በጠመንጃ ኣፈሙዝ እራሱ ከውድቀት ለማትረፍና ሲፈጽም የነበረውንና እየፈጸመ ያለውን የዘር-ማጥፋት (ጄኖሳይ) ወንጀል ይበልጥ ለማስቀጠል በኦሮሞ ህዝብና ባጠቃላይ በሃገሪቷ ህዝቦች ላይ ያወጣውን የጦርነት ኣዋጅ ኣጽድቆ የሃገሪቷን ኣስተዳደር ከስድስት ወራት በላይ ለሚሆን ጊዜ በኮማንድ ፖስት ስር ኣስገብቷል።

ኣሁን ባወጣው የጦርነት ኣዋጅ ቀደም ሲል ለስም ብቻ የነበረውን የሃገሪቷን የኣስተዳደር ስርዓት ባጠቃላይ በወታደራዊ ኣገዛዝ ስር በማስገባት የሰብዓዊና ዲሞክራሲ መብቶችን መርገጡን እንዲሁም የዘር-ፍጅት ወንጀሉን በቀጣይነት ለማካሄድ እየሰራ መሆኑ ይታወቃል። ይህ የጦርነት ኣዋጅ በህዝባችን ላይ እንዳይጸድቅ ከያለንበት ሁሉ ማውገዝና ኣስፈላጊው ጫና እንዲደረግ ቄሮ ቢሊሱማ ኦሮሞ ለኦሮሞ ህዝብና ለመላው የሃገሪቷ ህዝቦች ጥሪውን ያስተላልፋል። Continue reading

SBO: Gurraandhala 21 bara 2018. Oduu, Haala Warraaqsa FXG Dhiha Oromiyaa irratti gaaffi fi deebii jiraataa naannichaa waliin taasifamee fi Qophii Dhimma Yeroo Irratti Fuuleffate Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

Dhumaatii Hammarreessaa

Aside

Dambee Booruutiin

Seenaa uummata tokko keessatti wagga lama jiddutti Guyyaa Dilbata Gurraacha  lama qabaachuun waan ajaa’ibaati. Ani Dhumaatii Irreechaa Haroo Arsdee booda namni Oromoo lamaffaa  gurmuun  ni dhuma jedhee hin yaadne. Kan argaa jirru garuu aadaa godhatee itti fuufaa jira. Dhumaatiin Calanqoo Lamaffaa utuu na dhibaa jiru kan Hammarreessaa dabalame. Yaadoon koo hin guddaan nu iyyuu dhumaatii uummata keenyaa akkuma aadaati fudhachuuf deemna. Waan tokko deebi’ee deddeebi’ee yoo mul’atee qaama namaa tahaa deema.   Continue reading

ONN:Oduu Olmaa Oromiyaa

Aside

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts- 19 February 2018

Aside

ONN:Oduu Olmaa Oromiyaa fi Oduulee biroo Gurraandhala 19/2018

Aside

Continue reading

Magaallonni Haratoo fi Shaambuu Simannaa Goototaaf Bifa Addaa Irra Jiru.

Aside

Image may contain: 1 person, on stage, crowd and outdoor Continue reading

Gootota Oromoo Shamarree Caaltuu Taakkalaa,Dachaasaa Wiirtuu fi Kanneen Biroo Simachuuf Ummanni Magaalaa Shambuu Bifa Adda Ta’een Oolte!

Aside

Lixa Oromiyaa Magaalaa Shamboo, Magaalaa Haratoo fi naannooshe tti gootota mana hidhaa wayyaanee keessaa hikaman,

👉Caaltuu Taakkalaa
👉Dachaasaa Wirtuu
👉Margaa Booree
👉Oliiqaa Waaqoyyaa
👉Xilaahun Baayyuu fi kan biroof taasisame.

Image may contain: 1 person, crowd and outdoor Continue reading