SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Caamsaa 16,2017 Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2017/05/sq-caamsaa-16-caalaa.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Oduu Godinaalee Oromiyaa Aside Caamsaa 15,2017/ Daandii Aspaaltii kan Adaamarraa Asallaa deemu kan Godina Arsii Aanaa Doddotaatti addaan citeen wal qabatee Ummanni rakkoo saaxilamuun dhagayamee jira. Akka gabaasni achii nu gahe himutti Ummanni gatii duraan kaaffalu dachaadhaan akka kaffalu taasisamaa jiraachuu fi Tiraafiikonni Wayyaaneen daandii kanarratti bobbaaftes konkolaachiftootarraa qarshii waan argataniif Konkolaachiftoota adabaa akka hin jirree fi yeroo konkolaattonni dhufan karaarraa akka maqaa jiran gabaafamee jira Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Aside Caamsaa 14/2017 ) Godina Lixa Shaggar Aanaa Midaa Qanyii Irraa Kaleessa galgala Dargaggoo Oromoo Kabbadaa Qoroo Waraanaa Komaandii Poostii Wayyaaneetiin ukkanfaamee halkaan guutuu reebichaa hiraarsaa ulfaataa erga irratti raawwata turani halkan gara barii harkatti Waan laafeef baasanii bakkeetti gatanii uummataan kaafamee yeroo ammaa Hospitaalaa Amboo seenee jiraachuu maddeen Qeerroo gabaasan. Dargaggoo Kabbadaa Qoroo baroota 2005 mana hidhaa maa’ikalaawiitti hiraarfamaa kanture, bara bara 2011 mana hidhaa Ambootti hiraarfamaa kanture, bara 2015 -2017 Manneen hidhaa Maa’ikalaawwii fi mana hidhaa mooraa leenjii waraana Xollaayitti hiraarsaa ulfaataa keessa turee ji’a tokko dura kan gadhiidamee hiraarsaan miidhaan ulfaataan irra gahee Sammuu isaa keessatti dhiigni ititee torbee darbee keessa Hospitaalaa Amboo irraa referiin barreeffameefi yaalaa irra kan jiru yoo ta’uu Lubbuu isaa balleessuuf waraanni Koomandii Poostii wayyanee Yakka suukkaneessaa ilmaan Oromoo irratti dalagaa jiraachuu caalaatti man muldhisuu ta’uu isaati. Kana Malees Ilmaan Oromoo hedduun dheengaddaa dargaggootni hedduun ganda Goosuu Wangee irraa kan ukkanfamanii hidhaman yoo ta’uu addatti immoo halkan edaatarkaanfii boombiidhaan Waajjira Poolisii Aanaa Midaa Qanyii irraatti fudhatameen barraaguun wayyaaneen uummata jumlaan hidhaa jiraachuu fi waraannii wayyaanees uummata shororkeessa jiraachuun ibsame. Maqaa namootaa hidhamanii adda baasuun kan gabaasnu ta’uu ni hubachiifna. Injifannoon uummata Oromoof Qabsoon itti fufa! Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
SBO Caamsaa 14,2017. Oduu, Gabaasa hidhamtoota Oromoo Godina Arsii fi Gaaffii fi deebii dargaggoo Gooressaa waliin taasisame kutaa lammaffaa Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2017/05/14052017sbo.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
**Naankihkaameen**new oromo music Abbabaa Dhugaasaa 2017 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
ONN: Gaaddisa Dhugaa 8ffaa May 11,2017 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Hawaasi Oromoo Magaalaa Jimmaa Loltoota TPLFn Dararamaa Akka Jiru Qeerroon Gabaase. Aside Caamsaa 12,2017/ Wayyaaneen Uummata Beelaan Dhumaa Jiru Akka Uummanni Hin Gargaarreef Hawwaasa magaalaa Jimmaa Reebuuf Hidhuun Itti Fufte. Uummata Oromoo ilu abbaa booraa irraa sababa godaansaaf saamicha Wayyaaneen beelaaf saaxilamanii jiran, magaalaa Jimmaa keessa gaaffii karaa nagaa gaafataniif deebiin dhabamee dhoksaan uummaticha ukkamsuuf utuu yaaltuu dubbichi erga bahee akka waan gargaaraa jirtutti Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Wayyaaneen TPLF Ummata Oromoo Jiruu Isaa Irraa Kaasuun Baadiyaa fi Magaala Irraa Walgahiin Sardaa Jiru. Aside Caamsaa 12/2017 Godina Shaggar Bahaa Aanota hundarraa Ummata wal gahii teessisaa jiru. Maqaa Kiraasassaabdummaa fi Daldala seeran alaa jedhuun Itti Gaafatamaan Wajjira Dhaabaa Obbo Geetaachoo Taamiraat kaabinoota Godinaa wajjiin Ummata wal gahii teessisaa jiraachuu fi Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Godina Shaggar Kaabaa Magaalaa Fiichee Keessaa Oromoonni 50 Barnoota Amantaa Waqeffatnaa Irraa Qamabanii Hidhamuun Gabaafame. Aside Caamsaa 12/2017 Godina Shaggar kaabaa (salaaleetti) magaalaa Fiicheetti halkan keessaa naannoo sa’a 4:30 itti Galma Diida Heexoo kan jedhamu keessatti hordoftootaa Amantii Waaqeeffannaa Osoo isaan barumsa idilee amantaa Waaqeeffannaa gaggeessaa jira ni baay’inaan namoota 50 kan ta’an Poolisoota TPLFn marfamuun tohannaa jala olchuun achi buutee isaani dhabamanii akka jiran gabaasi Fiiche irraa nu gahe addeessa. Maatiin jarreen kanaa hiphachuufi barbaacha Guddaa Gochaan akka jiran himame.Torban darbes namoota hedduu Osoo isaan magaaluma sanatti barumsa Waaqeeffannaa gaggeessaa jirani lammata isin agarre jennaan shororkeessitoota jennee labsii yeroo hataattama jala sin oolchina jechuun akka lakkisani oduun maddeen Qeerroon salaaleti. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Godina Shaggar Kutaa Jalduu Magaalaa Goojjoo Keessatti FXG Itti Fufe. Aside Caamsaa 12,2017 Godina Shaggar kutaa jalduu magaalaa Goojjootti FXG eegaluun beekame.akkuma saamicha Qeerroon qellem lukkelee diinaa(basaastota)gogombisuun daandii qulquulleessa jiran,naannoo jalduu magaalaa Goojjoottis qeerroon bifa gaariin eegalan. Mana ergamaa diinaa kan tadhe Araarsaa Iddoosaa kan jedhamu hanga dandaadhan waan qabaniin erga tumani,Mana saadhibasaa akkuma sa’a ergamaa diinaa Ajjamaa Beeggi kan jedhamu humni diinaa daddaffiin marsuun hardhaaf qeerroo jaalaa baraaranis gumaan qeerroo nibaasna jedhu qeerroon naannoo Sana’a akka nugabaasetti,hima diddu du’a hindiddu jedhuumiree!! Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...