Wayyaaneen TPLF Ummata Oromoo Jiruu Isaa Irraa Kaasuun Baadiyaa fi Magaala Irraa Walgahiin Sardaa Jiru.

Caamsaa 12/2017 Godina Shaggar Bahaa Aanota hundarraa Ummata wal gahii teessisaa jiru. Maqaa Kiraasassaabdummaa fi Daldala seeran alaa jedhuun Itti Gaafatamaan Wajjira Dhaabaa Obbo Geetaachoo Taamiraat kaabinoota Godinaa wajjiin Ummata wal gahii teessisaa jiraachuu fi Qaamota kaayyoo ABO galmaan gayuuf socho’an hunda bakka agartanii fi quba qabdan hundatti qaamota kumaandi poostiitti akka himtan jechuun wal gahii irra jiraachuu fi wal gahichis guyyaa sadihiif akka itti fufu Qeerron Naannawa Adaamaa gabaasee jira.

One response

  1. Ashaam ,Moottumman wayyaanee TPLF akka sarree martee olii fi gadii fiddii malee ,Qabasoo finiciilaa xumura gabrumaa kaan qeerroo oromoo fii ABO akkasum humnaa ittisa hawaasa gageffamaa jiruu boadatii debisuu hidandesuu…..gadaan gadaa billisummat ,injifannoon taa ummataa oromootii… horaa bulaa…

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: