SBO: Onkoloolessa 8 bara 2017. Oduu, Qophii Haala Warraaqsa Bilisummaa Oromoorratti Fuuleffatee fi Itti fufa Yaada Hirmaattota Kora Sabaa ABO 4ffaa.

Aside

SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Onkoloolessa 6, 2017

Aside

Aside

SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Onkoloolessa 5, 2017

Aside

Konkolaataa Botteen Rasaasi Dhokfamee Fe’ame Gojjam Buree Keessaan Darbee Utuu Gumuzii Beeneshanguliif Deemaa Jiruu Agamsaa Bakka Jedhamu Kiiramuu Gidduutti Qabamee

Aside

Gabaasa Qeerroo 6/10/2017/ Wayyaaneen sardamsa of qajeelchuurratti argamti. kanaanis meeshaa Waraanaa daangaa Otomiiyaa maraaf raabsuurraatti xiyyeeffattee jirti. Icciitiin meeshaa Waraanaa Gumuzootaaf raabsamuu deemuu akkaan babal’ataa jira. Odeessi ajajaa Waraanaa kora bittenneessaa Wayyaanee aantummaa uummataa qaburraa argame akka ifa godhutti. “Meeshaa waraanaa rasaasni dhoksaan bishaan fakkaatee utuu Gumuziif deemaa jiru, Bottee sana faaba Agamsaaf Kiiramuu gidduutti qabame. Rasaasni kun lakkoofsaan hedduu kan ta’e konkolaataa Bottee bishaanii tokkotu qabame. Botteen kun halkan gaafa 21 akka lakkoofsa habashaarri erga Agamsa darbee Kiiramuu gahuuf ka’ee foolisotaa Oromiyaan qabame” jechuub odeessa sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoof guyyaa har’aa himanii jiru.

Continue reading

SBO: Onkoloolessa 6 bara 2017. Oduu, Ijoo Dubbii ABO fi Yaada Hirmaattota Kora Sabaa 4ffaa ABO

Aside

Raadiiyoo Simbirtuu – Onkoloolessa 5, 2017

Aside

Wayyaaneen meeshaa waraanaa uummata Gumuziif dabarsaa utuu jirtuu Lixa Oromiyaa magaalaa Ukkee keessattu harkatti qabame.

Aside

4/10/2017  Humni gita bittaa Wayyaanee TLF Shira ummatoota walitti buusuu jalqabe cimsee kan itti fufe yoo ta’u, akkuma baha Oromiyaan uummata naannoo sumaalee fakkaatee uummata Oromoo lafarraa buqqaasaa ture Lixa Oromiyaanis hojii isaa itti fufuu qophii xumuruun isaa sabaa himaaleef gaabaasalee garaagaraan ifa ta’aa tureera. Humni waraanaa Wayyaanee noonnoolee Oromiyaa daangessan maraag meeshaa waraanaa hiruu irratti argama. Continue reading

Qeerramsoon Magaalaa Hidhabu Abotee Diddaa Gabroomfataa TPLF Akkanatti Itti Fufanii Jiru.

Aside

Qabsaawoti Qeerroo Bulee Horaa Akkanatti Jiru.

Aside