Barattooti Oromoo Yniversitii Mattuufi Amboo Guyyaa Har’aa Gadda Isaanii Ibsachaa Mormii Sirna EPRDF Irraa Qaban Muldhifatan.

Aside

Image may contain: one or more people, people standing, people walking and outdoor

Amboo Guyyaa Har’aa Akkasitti Jirti.

Image may contain: one or more people, sky and outdoor

Hiriira Mormii Sirna Wayyaanee fi Gochaalee TPLF Irratti Godina Gujii Aanaa Gooroo-Doolaa, Magaala Haraqalloo Keessatti Gaggeefamaa Jira.

Aside

Momii Barattoota Oromoo Odaa Bultum Guyyaa Har’a Muddee 12,2017

Aside

Image may contain: tree, plant, grass, sky, outdoor and nature Continue reading

FXG Qeerroo Bilisummaa Universtiy Amboo Keessatti Gaggeefamaa Jiru Guyyaa Lammaffaaf Deemaa Jira.

Aside

Mudde 12,2017/ Mormiin Yunivarsiitii Amboo Mooraa guddiichaa har’aas guyyaa lammaffaaf akkuma itti fufetti jira. Barattoonni Oromoo fi saba Amaaraa waliin tahuun balaaleeffanna Mootummaa Abbaa irree Gocha sanyii duguggaa nurraatti tasisaa jiru ifan ifatti Mormii jiru. Ummaatni Oromoo dangaa irraa dhuma jira. Kaleessaa Calanqootti lubbuu Namoota 17 olitu wareegame. Barattoonni University bira jirtan nu Wajjiin garaa dirree Mormiitti akka seentaa Waamicha Oromummaa isiin dabarsiina. Continue reading

Aside

Hiriira Mormii ykn FXG Qeerroo Bilsiummaa Barattoota Oromoo Yunverstii Waldiyaa.

Aside

Muddee 11,2017

Image may contain: one or more people, people standing, mountain, sky, outdoor and nature

Continue reading

Mudde 11,2017 FXG University Gonder Keessa Ture,

Aside

Image may contain: one or more peopleImage may contain: one or more people and outdoor

Mirgi Hiree Ofii Ofiin Murteeffachuu Uummata Oromoof Hanga Kabajamuutti Qabsoon Bifa Walirraa Hin Citneen Itti Fufa!

Aside

Godina Harargee Bahaa Aanaa Meetaa Magaalaa Calanqootti Yakki Duguuginsa Sanyii (Genocide) uummata Oromoo irratti Rawwatameen Lubbuun ilmaan Oromoo hedduun wareegameera.

Muddee 11/2017 Godina Harargee Bahaa Aanaa Meettaa Magaalaa Calanqoo lafaa seenaa, Aradaawwaan Dusee fi Garmmaam jedhaman irratti Waraanni Liyyuu hayilii Somaaleefi Makalaakiyaan Wayyaanee Yakkaa Duguginsa Sanyii (Genocide) uummata Oromoo irraatti gaggeeffameen Lubbuun Ilmaan Oromoo hedduun akka wareegame ifa ta’eejira. Mootummaan Abbaa irree Wayyaaneefi Mootummaan Naannoo Somalee Yakka waraanaa uummata Oromoo irratti banaan itti fufinsaan gaggeessuun lubbuu ilmaan Oromoo barbadeessaa, qe’eefi qabeenyaa irraa buqqisaa duula sanyii balleessuu itti fufinsaan gaggeessa jiru. Mootummaan Naannoo Oromiyaa wayita yakki ulfaataan akkasii kun uummatarraatti gaggeeffamaa jiruu tarkaafii uummatarraa ittisuu fudhachuu hanqachuun isaafi Continue reading

Uummata Keenya Harargee Bahaa Aanaa Meettaa Magaalaa Calanqoorratti Gochaan Ummata Oromoo Rawwatame Irratti Raawatame Ilaalechisee Dubbii Himaan OPDO Addisuu_Araggaa Dhugaa Uummata Oromoo Awwaalee jira.

Aside

Image may contain: textMudde 11/2017 Guyyaa Har’aa Yaakka Duguuginsa Sanyii (Genocide) Uummata Keenya Harargee Bahaa Aanaa Meettaa Magaalaa Calanqoorratti Rawwatame Irratti Dubbii Himaan OPDO Addisuu_AraggaaDhugaa Uummata Oromoo Awwaalaa jira.
1ffaa. Uummata Meeshaa Maleeyyii Qe’ee isaarratti Waraanaa Makalakiyaa Wayyaaneetiin duulli duguuginsa sanyii irratti gaggeeffamaa jiruun “Miira_Keessa_galanii Hiriira Waan bahaniifi Walitti Bu’insa Uumameen …” kan mudatedha jedhee fuula Facebook isaa irratti maxxansee jira. Kun uummata qe’ee isaarratti waraannii irratti bobbaafamee karaa meeqaan dhumaa jiru irratti qoosuufi dhugaa uummataa awwaaluudhadha. Uummaatni Gaaffii mirgaa karaa nagaa gaafate. Ilmaan isaa wareegaman Continue reading

ONN:Oduu Olmaa Oromiyaa Muddee 12/2017

Aside

Continue reading