FXG Qeerroo Bilisummaa Universtiy Amboo Keessatti Gaggeefamaa Jiru Guyyaa Lammaffaaf Deemaa Jira.

Mudde 12,2017/ Mormiin Yunivarsiitii Amboo Mooraa guddiichaa har’aas guyyaa lammaffaaf akkuma itti fufetti jira. Barattoonni Oromoo fi saba Amaaraa waliin tahuun balaaleeffanna Mootummaa Abbaa irree Gocha sanyii duguggaa nurraatti tasisaa jiru ifan ifatti Mormii jiru. Ummaatni Oromoo dangaa irraa dhuma jira. Kaleessaa Calanqootti lubbuu Namoota 17 olitu wareegame. Barattoonni University bira jirtan nu Wajjiin garaa dirree Mormiitti akka seentaa Waamicha Oromummaa isiin dabarsiina.

Image may contain: 4 people, people standing, crowd and outdoor

Leave a comment