By: Dejene A. Janna
(January, 2018; Bonn, Germany)
The study of federalism has attracted scholars of various fields for a long time. Federalism as an instrument of balancing the tension between universalism and particularsim has drawn more attention in pluralistic societies. After the end of the cold war era, there is a drift to reaffirmation of ethnic identity as a means of determining the public life of a society, the venture to ethnify federalism might be
regarded as a pragmatic solution, but still prone to critique.
Ethnic-federalism based on an article published by Asress Mulugeta (2017), is a governing system that had been implemented and tested in a number of countries of the world. But it has lead all of them to violent disintegration. The real reason for the failure of ethnic federalism in those countries was not economic or lack of democracy. It was simply because of the politicization and manipulation of ethnic relations by the Continue reading
Aside

ONN TV-ODUU Gurraandhala 11,2018
Aside
SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo,Gurraandala 09,2018
Aside
Hubachiisa Gabaaba
Aside
Sochiin Warraaqsa Biyyooleessaa Oromiyaa FXG akka guutummaa Oromiyaatti kan itti fufu ta’uu yaadachiisuun/hubachiisuun qabxiilee armaan gadii irratti xiyyeeffannoo adda gochuun barbaachisaa ta’uu hubachiifna!! Magaalaan Finfinnee Sochii Warraaqsa Biyyoolessa Oromiyaa FXG amma itti adeema jirru duula Gabaa lagachuu, uggura Geejjibaa kaa’uufi Hojii dhaabuu qabdi.
Haaluma kanaan sochiin daldalaafi geejjiibaa gara gidduugaleessaa biyyaatti Magaalaa Guddoo Oromiya Finfinneetti godhamu kallattii arfaniin iyyuu akka gara magaalaa Finfinneetti hin seenamne bakka jirru hundaa dura haa dhaabbatnu!! uummatni Oromoo ofii dhama’ee abbootii irreefi Continue reading
Seife Nebelbal Radio, February 10, 2018
Aside
Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts-10 February 2018
Aside
SBO: Gurraandhala 11 bara 2018. Oduu, Haala Sochii FXG Dhiha Oromiyaa -Ona Jimmaa Arjoo irratti Gaaffii fi Deebii dargaggoo Oromoo jiraataa naannichaa tahe waliin taasifamee fi Qophii Haala Yeroo Irratti Fuuleffate.
Aside
Agartuu Qeerroo Tibbanaa “Burjaajjii”
Aside
Biyya keessa Burjaajjiin isheen dhumaa eenyuun adeemaa jirtii? Waajjirri aadaaf Turizimii sirna Wayyaanee bakkatti eeguuf hojii akkamiirra jiruu? Dubbisaa!
Burjaajjii jechuun waan hinjirre waan hinyaadamne fakkeessuuf akkeessuu jechuu dandenya. Burjajjiin nama soba danda’uun dalagamti. Sobanii Onnee uummataa seenuu jechuudha. Burjajjiin namoota aantummaa sabaa hinqabneen dalagamaa yoona geesse. Qabsoon Oromoo dadhabdiisuuf habashaan jaarraa tokkoo oliif Burjaajjiitti fayyadame. Har’as burjaajjiitti jirama. Burjaajjiin “Ko’omsuu” waliin wal fakkaata. Hangafa ko’omsuus ta’ee hojjetama. Uummata garboonfatu tokko garboomsaan jalqaba nii Burjaajessa, itti aanee nii ko’omsa. Sana booda dhiitee buluu danda’a. Continue reading