Wallagga Magaalaan Naqamtee Akkasitti Jira!

Aside

Image may contain: outdoor

Magaalaa Dodolaa

Aside

Continue reading

Finfinnee naannoo caffeefi xaafoo akkana keessa jira

Aside

Image may contain: sky and outdoor Continue reading

Haramaayaa

Aside

Continue reading

Gudar

Aside

Image may contain: people standing, sky and outdoor

Buraayyuu

Aside

 

Image may contain: one or more people, people standing and outdoor
Continue reading

Shaggar,Sabbataa FXG Itti Fufe!

Aside

Image may contain: sky and outdoor Continue reading

Wallagga,Najjoo

Aside

Image may contain: outdoor and nature Continue reading

Duulli Gabaa Lagannaa fi FXG Oromiyaa Keessatti Itti Fufee Jira!!

Aside

[SQ, Gurraandhala 12,2018] Alamganaa: FXG itti fufe, sagaleen dhaadannoo gaaffiin abbaa biyyummaaf hidhamtoota soyyaasaa akka hiikamaniif uummanni sagalee dhageessisaa jira.
QEERROON daandiitti bahee dhadannoo diiddaa Wayyaanee fi leelloo ABO dhageessissaa jira.Wayyaaneen nu bulchitu
ABO nu haa bulchu. Biyya keenyaatti alagaan nutti hin roorriftu Continue reading

SHIRA WAYYAANEE FI 2020

Aside

SEENAA  Y.G(2005)

Qabsoo Ummatootaa, addatti, Ummati Oromoo gama hundaan gaggeessaa jiru, wayyaanee mogolee jalaa laaffisee jira. Baatiilee 5n dabran murni Angoo Biyyattii of harkaa qabuu, akka waloottis ta’uu akka dhuunfaatti wal ga’iilee fi gamaagama gaggeessan yennaa lakkoofnuu, hangam akka raafamaa jiran nu mirkaneessa. Kana jechuun, Qabsoon Ummatootaa addatti Oromoon gaggeessaa jiru haqa qabeessa ta’ullee mirkaneessa. Wayyaaneen Ija ishee Ashaboon dhiqattee, keessa keenya ilaaluu fi of haaromsuuf jennee, wal ga’iilee gadi fageenyaan gaggeessaa jirra haa jedhan malee, wayyaaneen haala hamaa keessa jiraachuu argaa jirra. Wayyaaneen Ummataaf cinqamtee torban sadiif wal ga’ii teessii osoo ta’ee, ummatoonni maaliif mormii hanga kana jabaatu irratti gaggeessu ? wayyaaneen wal ga’iilee fi gamaagama hanga kana baayyisuun dhuguma jabiina isaanii argisiisa moo , mogoleen jalaa laafachuu mirkaneessa ? jaallatamuus jibbamuus, Qabsooni Ummatoonni guyyuu gaggeessaa jiran, wayyaanee qullaa dhaabaa jira. Wayyaaneen garuu Mormii fi gaaffii Ummatootaa kana dantaa siyaasaa ofii isheef ittiin guuttachuuf ykn itti dhimma baatee, akka bofaa biyyee arraabdee lubbuu horachuuf akka tattaafachaa jirtuu beekuun murteessaadhaa. Akkamitti ? waliin ilaalla. Continue reading