የኦሮሞ የነፃነት ትግል ከየት ተነስቶ ወዴት እየሄደ ነው?

Aside

– ትላንት የነበሩት፣ ዛሬ ያሉትና ወደፊት የሚኖሩት ፈተናዎች –

ብርሃኑ ሁንዴ, Ebla 19, 2018ክፍል አስር

የዶ/ር አብይ አህመድ የኢትዮጵያ ጠ/ሚኒስተር ሆኖ መመረጥ ኦሮሞዎችን በሀሳብ ለሁለት የከፈለ ይመስላል። ባንድ በኩል ኦሮሞ አራት ኪሎ ስለገባ አሁን ለውጥ ሊመጣ ይችላል ብለው በደስታ እየፈነጠዙ ያሉትና ይህንንም ለውጥ እየጠበቁ ያሉት ሲሆኑ፤ በሌላ በኩል ደግሞ ወያኔዎች በዚህ መንግስት ውስጥ እስካሉ ድረስ ለውጥ መምጣት አይችልም የሚሉ ናቸው። እኔም በሀሳቤ ሁለተኛው ቡድን ውስጥ ስለሆንኩኝ፣ በዚህኛው ፅሁፍ ውስጥ ኣንዳንድ ጉዳዮችን ኣንስቼ ለመግለፅ እሞክራለሁ።

በኦሮሞ ጠ/ሚኒስተር ስም የወያኔን ስርዓት ለመጠገን የሚደረገው ሙከራ ለውጥ ከማምጣት ይልቅ ለኦሮሞ የሚያመጣው አደጋ ይበልጣል Continue reading

SBO Ebla 20, 2018. Oduu, Hasawa HDn ABO Jaal Daawud Ibsaa Sirna Kabaja GGO Irratti Taasisan Kutaa Xumuraa.

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Ebla 19,2018

Aside

Simbirtuu: – EBLA 19 2018- Dr Abiy Ahmad MM ta’anii muudamuun Oromoo ni fayyadamoo hin fayyadu? kan jedhuuf yaada namoota mormaniifi deeggaranii caqasaa.

Aside

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts- 18 April 2018

Aside

ONN:Oduu Olmaa Oromiyaa . Ebla 18/2018

Aside

“Akka Dhiitetti Hin Haftu” Walaloo Jaal Gammachiis Naadoo.

Aside

Uummata Oromoo Naannoo Beenishaangul Gumuz Godinaalee Matakkal, Asoosaa, Kamaashii, Aanaa Yaasoo, Baloo fi Ma’oo Koomoo iraati raawwachaa jirtu.

Aside

Tokkummaan Uummata Oromoo fi Haleellaa WBO iddoo garaa garaatti fudhataa jiru kan ciisa ishee dhowwe mootummaan murna bicuu Wayyaanee, filannoo fi carraa  ishee isa dhumaa Mootummaa naannoo Beenishaangul Gumuz godhattee jirti.

Kunis Magaalaa Asoosaa keessa Dhalattoota Tigiree TPLFn ramadaman Buufata meeshaa godhachuun Uummata Oromoo naannichaa, Mandii, Beegii, Najjoo fi Dambidoolloo jiraatu maqaa sobaa WBO rukkunne jedhuun Uummata nagaa barbadeessuuf qophii xumauranii jiru.

Magaala Asoosaa lafa itti Meeshaan waraanaa Kuufamee jirus beekamee jira:

1.      Mana abbaa qabeenyaa “Semehal Hotel” kuusaa meeshaa waraanaa

2.      Mana abbaa qabeenyaa “ Bilen Dana Hotel” Kuusaa meeshaa waraanaa

3.      Mana aabbaa qabeenyaa Garree Kompiiterii  : Kuusaa meeshaa (Faddaalaa fakkaachuun hojii basaasummaas ni hojjeta) Continue reading

Dhaamsa dhumaa  Qeerroo Bilisummaa Matakkal-Asoosaa irraa kenname

Aside

Naannoo Beenishaangul Gumuzitti hacuuccaa fi hidhaan uummata romoo naannichaa irra gahaa jiru ammallee Karaa bakka bu’oota TPLF dhalattoota Shinaashaa fi Harcaatuu caasaa dulloomaa Dh.D.U.O kan haaromsi hin argineen cimee itti fufee jira.

Filatamuu MM wajjiin wal qabatee uummanni Oromoo naannicha Godina Matakkal jiraatu gammachuu isaa karaa nagaa utuu ibsachaa jiruu, Harcaatuun caasaa  Dh.D.U.Os duraanii kan aantummaa Uummata Oromoo naannichaaf qaban fakkaachuun ergama TPLF fudhachuun Uummataa fi Qeerroo miira keessa galchuun akka tarkaanfii humnaa fudhatan dhiibbaa gochaa turaniiru. Yeroo itti gammachuu isaanii karaa nagaa ibsataa turanitti sirba siyaasaa sirbitan, mirga saba biraa naannichaa sarbaa jirtu jechuun  Miseensonni DH.D.U.O duraan (Kan obbo Muktaar Kadir) ergama duraan “Uummata Oromoo naannichaa saboota biro naannichaa wajjin walitti buusuuf buqqisuu” jedhu qabatanii fi dhalattoota Shinaashaa Caasaa Dr. Amsaaluufaatiin eeramuun namoonni nagaan mana hidhaatti Guuramanii Hiraarfamaa jiru. Yeroo ammaas Sabboontonni 9 ta’an mana hidhaa tasa dhala namaaf hin mijanne keessatti hiraarfamaa jiru. Continue reading

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Ebla 17,2018

Aside