Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa Waamaa Hagaloo magaalaa Qassootti duula haaromsaa maqaa jedhuun ergamtooti OPDO geggeessuufi uummata magaalichaa afaan faajjessuuf jedhan falalaawe

Aside

Qeerroon Qassoo akka gabaase tti maqaa amma Oromoon aanga’eera jedhuun uummata sossobbaaf yeroo ba’anitti uummati ammallee qabsoon keenya karaarraa jira kan ilmaan Oromoo ajjeesaa ba’ee fi itti jiru akkasumas kan maqaa Warshaa waamaa kusaayee jedhuun uummata keenya saamaa jiruufi ittis jiru utuu seeratti hin dhiyaatin waanti isin wajjin haasofnu hin jiru jechuun uummati magaalichaa wal tajjicha diduufi aangawooti aanichaa kanneen farra uummataa ta’an waltajjii qopheessanirratti salphachuu odeessi Qeerroo Qassoo Gabaaseera Continue reading

SBO: Caamsaa 20 2018. Oduu fi Qophiilee Haala Yeroo Irratti Fuuleffatan

Aside

በኢትዮጵያ ወቅታዊ ጉዳይ በተመለከተ ከሕዝቦች ለነፃነትና ለፍትህ አባል ድርጅቶች ጋር የተደረገ ውይይት

Aside

ONN:Oduu Idilee Olmaa Oromiyaa Kan Torbaan kanaa.Caamsaa 20/2018

Aside

Iyyamuufii Qaba!!

Aside

Iyyamuufii Qaba!!

Ilmaan Oromoo kun ammayyuu Qilinxoo jiru. Iyyamuufii qaba. Kana qofaa miti hedduu kan maqaan hin waamamne lakkoofsaan kumaan lakkaawaman ni jiru.

Kan isaan mana hidhaa ilma namaaf hin malle kana keessatti warri hafan kuniinis maqaa ABOn  Waraanaa fi Dabballummaatti shakkamaniiti. Jaallan amma illee hidhaa diinaa keessa jiran kuniin gootota qaqaalii dha, dandeettii gama hundaan kanneen qaroo fi ijoo ta’ani.

Jarreen sabboontoti kun hedduun isaanii maatiin lubbuun jiraachuu isaanii fi eessa akka isaan jiran quba hin qaban.Haalli isaanii kan garaa nama nyaatuu fi gaddisiisanidha. Huccuu if irraa jijjiirratan hin qaban.  Continue reading

SBO: Caamsaa 20 bara 2018. Oduu fi Qophiilee Haala Yeroo Irratti Fuuleffatan.

Aside

SQ-SAGALEE QEERROO : CAAMSAA 18,2018

Aside

ONN:Oduu Olmaa Oromiyaa . Caamsaa 18/2018

Aside

SBO  Continue reading

ONN:Oduu Olmaa Oromiyaa . Caamsaa 18/2018

Aside

SBO: Caamsaa 18, 2018. Oduu fi Guutummaa Qophii Keenyaa Kan Ta’e Haala Yeroo Irratti Gaaffii fi Deebii Miseens a Shanee Gumii GS-ABO fi Dubbii Himaa Dhaabaa kan Ta’an Jaal Toleeraa Adabaa Waliin Taasifame Kutaa Xumuraa.

Aside