Godina Wallaggaa Qellem, Anfilloo Magaalaa Muggii Keessatti Alaabaan ABO (Oromoo) Fannifame, Basaastoni Wayyaanee Sodaan Guutaman.

Aside

Adoolessa 1,2016

Qellem Wallaggaa,Anfillootti Alaabaan fannifame. Odeessa Qeerroo magaala Anfilloo Muggii irraa addeessuun kaleessa Waxabajii 30/2016 Muggi Bulchiinsa magaalichaa fi bakka addaa Gabaa Dafinoo jedhamee waamamutti alaabaan fannifamee oolee buleen har’a poolisiin Wayyaanee Aannicharra jiru buusuun gabaafame. Alaabaan ABO yeroodhaa yerootti irra deddebiin magaala Anfilloo, Muggiitti fannifamuu fi guyyaa gabaa sanbata darbe gaba kamisaa bakka jedhamee waamamutti dhaadannoon dhageesifamuu fi waajjirri OPDO diigamu fi barreefamni sirna mootummaa Wayyaanee balleessaa jedhus barreeffameen poolisoonni wayyaanee guyaya kaasun olii fi gadi fiiguun kan beekames uummanni yeroo kana walgayii wayyaanee diiguu fi walumaa galatti sirna mootichaa magaalicha keessaa balleessuuf qabsoo Qeerroon taasisaa jiruu fi guyyuudhaan alaabaan fannifamuunis ergamtoota Wayyaanee kaabinoota tahanii jiraatan yaaddessuu odeessi Qeerroo adeessa.
Haaluma kanaan amanamaa fi ilmaan oromoo aanicharraa kan hiisisaa jiru waajira nageenyaa aanicha Israael Fayisaa kan jedhamu WBOn aanicha keessa seenera jechuun humna waraanaa mootummaan akka aanicharra qubachiisu iyyannoo taasisaa jira.
Barruuwwan hedduunis faca’a jiru. Alaabanis manneen barnootaa fi waajjiralee garagaraatti fannifamuun FXG aanichatti itti fufaa
jiraatuun Qeerroon gabaasee jira. Uummanni ifatti mootummaa wayyaanee hin feenu jedhees walgayii tahurrattis dubbatuu  itti fufe.

FXG Haramaayaa Adoolessa 1,2016

Aside

harharaaaAdoolessa 01,2016) Yeroo ammaa kanatti FXGn Haramaayaa keessatti belbelaa jira. Alaaabaan ABO/Alaabaan Oromoo magaalaa keessatti ol baatee belbeltee mul’atteetti. Basaasotni wayyaanee heddumminaan magaalaatti bobbaafamanis tarkaanfileen adda addaa irratti fudhatamaa jiran. Hojjetaan mootummaa hundi kan diina faana hiriire gara waraana wayyaaneetti baqachaa jiraachuunis gabaafamaa jira.

Godina Arsii Aanaa Dodolaa Keessatti Uummanni Qondaalota Wayyaanee Dura Dhaabbachuun Salphisan.

Aside

dodolaaGodina Arsii  dodolatti qondaalota mootummaa kan akka Bakar Shaalee salphisee galche ummanni aanaa Dodolaa kan gandoota Shanirraa walitti yaa,e gaafilee jaarsonni gaafatan keessaa

1,mootummaan keessan ummata oromoo irratti sababa maalitiif miidhaa addaa addaa geessaa jiraa?

2,lafa keenna irratti maaf jibbamna maaf tumamna maaf duunaa?

3, barattoonni oromoo adamsamanii maaf ajjeefamii

4?isin hanga yoom nu bulchuuf karoora baafattan? fi kanneen kana fakkaataniin cinqaa oolee jira

Warraaqsii Biyyoolessaa Oromiyaa FXG Magaalaa Finfinnee fi Bulchiinsoota Magaalota Addaa Naannawwaa Finfinnee Keessatti Fufee Jira.

Aside

13516217_10102386915374253_6186638036544140732_nWaxabajjii 28-29,2016 Warraaqsii Biyyoolessaa Oromiyaa FXG Magaalaa Finfinnee fi Bulchiinsoota Magaalota Addaa Naannawwaa Finfinneetti Daran Jabachuun itti Fufuun Warraaqsii kun Daran Jabaachuun Uummatni Poolisoota Federaalaa  uummata Ajjeesuu fi dhiiga dhangalaasuun warraaqsaa uummata dura kanneen dhaabbachuuf bobba’anb irratti tarkaanfii fudhateen  Poolisootni Federaalaa 4 Du’uufi 7 ol madaa’uu fi Uummatni nagaan namootni 17 olitti Kanneen Lakkaa’aman madaa’uun fi Motorri  codii gabateen ishee 4 A.A 03634 kan mootummaa taate  Irree uummataan barbadoofte, Daandiin Konkolaataa  Finfinnee Gara Adaamaa fi Bahaa Oromiyaatti geessuu bakkoota hedduutti  goototaa dargaggoota Oromnoon cufamee oleera, Warshaan Ispoonjii Zaamuura tti jedhamu Magaalaa Duuklam Keessatti kan Argamuus  barbadaa’era.!
Kutaa Bulchiinsaa Naannoo Oromiyaa suuta suuta Magaalaa Finfinnee jala galfaman  Laaftoo, Labuu, Qarsaa  fi Hannaa Furii jedhamanitti 13524443_10102386976027703_8814025728652017121_n Warraaqsii kun kan Daran jabaatee yoo ta’uu Uummatni ukkamsaan, Duulli Diigumsaa manneen jireenyaa fi Qe’ee nurraa haa dhaabbatuu Gaaffii mirgaaf ajjeechaan, hidhaa fi ukkamsaan deebii hin ta’uu jechuun warraaqsaa finiinsan. Haaluma kanaan Uummatni Oromoo fi Sabaaf sabvlamootni Cunqurfamoon biyyatti bifa dammaqinsa qabuun akka mirga isaaniif falmataniif Qeerroon bilisummaa Oromoo mariisiisaa kan turee fi barruulee warraaqsaa yeroo yeroon uummataaf tamsaasaa kan ture yoo ta’uu, haalaa Warraaqsaa FXG irrattis sabboontoota Uummata Oromoo Magaalaa Finfinnee fi Magaaloota Addaa Naannawaa Finfinneetti Marii gochuun Ibsa waliigalaa Warraaqsaa FXG jabeessuu dabarfachuu Qeerroon ifa gochuun ni yaadatama. Ammas Uummata Qawween fi loltuun cabsanii bituun takkaa hin danda’amu, qe’eef qabeenyaa irraa buqqisuun dhaabbachuu qaba, Gaaffii Mirga Abbaa Biyyummaa Oromoof Deebiin sirnaa kennamuu qaba Hidhamtotni oromoo gaaffii tokko malee hiidhamuu qabu, Kanneen Wareegamanii fi madeeffamaniif mootummaan gumaa kanfaluu qaba!!, kanneen qe’ee fi qabeenyaa irraa buqqifaman qe’ee isaaniitti deebiufamuun beenyaan haamilee kanfalamuu fi qaba!! Mootummaan Ce’umsaa haa hundeeffamu, Waraannii Mootummaa wayyaanee EPRDF/TPLF Oromiyaa gadhiisee bahuu qaba! Waraannii Wayyaanee, poolisootnii, hidhattootni fi humnootni tikaa wayyaanee uummatatti dhukaasuun uummata irraa dhalatan dhiigsuu, ajjeessuu fi ukkamsuu irraa  of dhaabuun gaaffii uummataa dhaggeeffachuun cina dhaabbachuu malee adeemsii amma waraanaan fudhatamaa jiru furmaata tokko illee kan hin finne ta’uu qeerroon hubachiisa jira!!

Is the transplantation that TPLF looking for is compatible? 

Aside

Dr. Baaroo Keno Deressa

imageFor the first time in the history of Oromo people struggle against the colonialism the current TPLF colonialist regime is panicked and disoriented. It is impossible for colonialist to survive, primarily because the system of colonialism needs some blood to suck.  Colonialist regime in general to be like an eagle, but now the TPLF colonialist regime more like a vulture. It used to be strong enough to go and suck anybody’s blood whether they were strong or not. But now it has become more cowardly, like the vulture, and it can only suck the blood of the helpless. For more than 100 years the Ethiopian empire colonialist ruler suck the blood of defenseless Oromo people and other nations of the Ethiopian empire.  Now the Oromo people get united to declare their right on this earth to be a human being, to be respected as a human being, to be free from all kinds of colonization and to build a democratic Republic of Oromia. To acquire those God given right the qube generation of gallant Oromo sons and daughters across Oromia confront with bare hands the well-equipped and organized TPLF military forces and paid and still paying grateful sacrifices. After that confrontation the TPLF regime get panicked by the reaction of the Oromo people and start to act like the vulture. The TPLF government thought that the Eritrean government is internationally condemned, sanction makes the Eritrean people economy weaker and it is a perfect time to act like vulture.

The TPLF government has invested millions of dollar and enormous human power in the form of military, security agents and diplomacy to slowdown the OROMO people movement for freedom. As I have already mentioned in my previous article that TPLF is critically sick and looking for transplantation. Unfortunately there were no matched organ were found to heal the TPLF disease in Ethiopian empire. The problem is in the course of learning the art of administering, TPLF have committed such a grave mistake, including risking the life of his fellow Tigrians. The flown blood of innocent Oromo people and other nations brought them insomnia. The Oromo people and other nations in Ethiopian empire find it difficult to forgive them. So the TPLF is now looking organ transplantation in Eritrea. The question is, is there any organ available with good compatibility? TPLF betray Eritrean people many times: (In Oromo: namni galfata nyaate akka aadutti du’a). Transplantation-Eritrea