“UUMMANNI OROMOO ARBA GUDDAA CIISUDHA” WARRA AFRIIKAA | MO’AA TV SHOW
Sagalee Qeerroo Sadaasa 5/2019 ,Godinaalee Gujii lamaanii FI booranatti torban kana keessa qofa namootni 150 ol tahan humna waraanaan hidhamaa jiru. Hidhatii hiikamuu Galaalchessitoota radiyoo Sagalee Qeerroo waliin turtii isaandabarsan maal ture kan jedhu gafanneef deebii isaanii qabannee dhiyyaaneerra.MM Dr Abiyyii fi Ministeera RIB obbo Lammaa Magarssa waltajjii marii nageenyaa jechuun magaalaa Harar imalan irratti gaaffiin ummatarraa fi mormiin isaan mudatuunjiraattotni nuuf himan. MM Dr Abiyyii, ministeera RIB obbo Lammaa Magarsaa fi I/A/P/N/O obbo Shimmalis waltajjii marii nageenyaa jechuun jiraattota magaalaa Amboo waliin marii gochuuf kan turame turtii sa’aa muraasaa booda waltajjiin addaan cituu jiraattotni dubbisne Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromootti himaniiru
1. Eng.Dandii Garbooshee. Finfinnee
2. Dr.Mohaa Abdiisaa Sh/Lixaa Amboo
3.Burqaa Kumarraa. W/Lixaa Mandii
4.Farajaa Getachoo. Sh/lixaa Amboo
5.Abubakar Abdallaa W/Lixaa
6.Abbuu Lammaa Sh/Bahaa,Cuqaalaa
7.Wagaarii Badhaasaa Q/W/D/Dollo
8.Lalisaa Gudataa, W/Lixaa Mandii
9.Shimallis Getachoo Sh/Kabaa/G/Guraacha
10.Mamad Isaa, W/Bahaa Nunnuu Qunbaa
11.Abdii Bogoole. W/Bahaa/Naqamtee
12.Yaadasaa Yooseef. Q/W/D/Dollo
13.Saadiq Kaliifaa. W/Bahaa Naqamtee
14.Tarikuu Abdiisaa. Finfinnee
15.Pro.Bayyanaa Ruuda. Finfinnee
16.Daraaraa Guyee. Boorana
17.Margaa Guutaa. Sh/K/Lixaa
18.Yoomiif Seefuu.
19.Olaanaa Beellamaa. Sh/K/Lixaa
20.Kumaa Dandanaa. Sh/K/Lixaa
21.Takkaalanyi Mardaasaa. Q/Wallagaa
22.Addunyaa Keessoo. Sh/Kaabaa
23.Baayisaa Balaayi. Finfinnee
24.Efireem Iyyaasuu. Q/wallagaa
25.Gadaa Bultii. W/Lixaa
26.Bulchiinsa Balaayi. Q/Wallagaa
27.Falmataa Girmaa. Sh/Kaabaa
28.Bilisummaa. Q/Wallagaa
29.Abdii Dirribaa. Q/Wallagaa
30.Ijoo Fiixee. H/Guduruu
31.Damee Baacaa. Q/W/D/Dolloo
32.Abshiruu Kadir. W/Lixaa
33.Abubakar Nuuree. W/Bahaa
34.Caalaa Isima’el. Finfinnee
35.Kaliifaa Abdulfattaa. W/Lixaa
36.Abdii Kumsaa. Sh/Lixaa/Amboo
37.Firaa’ol Indaaluu. W/Lixaa
38.Obsaa Fiqaaduu. Finfinnee
39.Buusaa Jaarrraa. Buraayyuu
40.Miidheksaa Baqqalaa. Buraayyuu
41.Galaanaa Waggaarii. Buraayyuu
42.Fiixaa Caalaa. Buraayyuu
43.Gaaddisa Jifaaraa. Buraayyuu
44.Ababaa Tolasaa. Buraayyuu
45.Efireem Galataa . Buraayyuu
46.Yaasoo Kabbabaa. Finfinnee
47.Ifaa Gammachuu. Finfinnee.
Muummichi Ministeeraa Itoophiyaa Dr. Abiy Ahmed waltajjiilee ilmaan Oromoo itti mariisisan adda addaa irratti waa’ee wareegama Jaal Laggasaa Wagii fi sanaan wal qabsiisee dursanii akka Mootumman EPRDF bobbaa waraanaa irratti gaggeessuuf deemu Hayyu–Duree ABO Jaal Daawud Ibsaatiif odeeffannoo dabarsuu isaanii deddeebisanii oggaa kaasan dhagahaa turre.Gaazexxessaa,Barreessaa fi Artist Ifaa Gammachuu fi Barreessaa Akkasumas Gazexxessaan TV ONN Yaasoo Kabbabaa Guyyaa Har’aa Waraana EPRDFn Hidhaman.
(SQ- onkoloolessa 28/2019)
Hidhaan Hammaatee Itti Fufuun Gaazexessitootaa fi Artistooti Oromoo Hidhamaa Jiru. Finfinnee keessatti adamsamanii hidhamuun itti fufe.
Yaasoo kabbabaa Hordofaa fi Ifaa Gammachuu barreessitoota kitaabaa yoo tahan guyyaa har’aa magaalaa Finfinnee keessatti humna tikaa mootummaan ukkaamsamanii akka jiran odeessi arganne ni morkaneessa.
Qeerroon oromoo of qopheessi opdon hiriira mormii guyyoota darban ilaalchisuun sabboontota hidhaatti guuruuf haalduree xumuratanii akka jiran maddi odeessa keenyaa ni dhugoomsa.
ONN Sagalee Qeerroo Bilisummaa Qophii Onkoloosessa 28/2019