Schedule of Global Oromo Communities’ Protest, August 16-26.

Aside

Orom

Schedule of Global Oromo Communities’ Protest, August 16-26.

August 16, 2016

Chicago, IL, US

London, UK

Geneva, Switzerland

August 18, 2016

Seattle, Washington, US

Melbourne, Australia

Johannesburg, SA

Las Vegas, Nevada

Minneapolis, Minnesota

August 19, 2016

Washington DC, US

Nashville, Tennessee, US

Oslo, Norway

The Hague, Netherlands

Central Europe, Germany

Adelaide, Australia

Perth, Australia

Toronto and other cities in Canada

August 24, 2016

Las Vegas, Nevada, US

August 26, 2016

Los Angeles, California, US

Saawwii dhaluuf dorrobde, kunuunsaa fi tika addaa barbaaddi: Haala qabsoo bilisummaa Oromiyaa yeroo ammaa fi  wanneen ta’uu qaban.

Aside

Leelloo Sabaatiin

SangaaQabsoon bilisummaa Oromiyaa, Adda Bilisummaa Oromootiin(ABO) hoogganamu, sa’a irraa sa’atti, guyyaa irraa guyyaatti, ji’a irraa ji’atti, akkasumas, waggaa irraa waggaatti, gabbataa, cimaa fi babal’achaa deemee ummata Oromoo fi ummattoota cunqurfamoo Impaayera Ixoophiyaa qabsoof hiriirsee yeroo kamuu calaatti amma, finiinee shaffeessaan gara galma bilisummaatti fiigaa jira.Egereen, hawwiin, abdii fi akeeki ummata Oromoo fi ummattoota cunqurfamoo Impaayera Ixoophiyaa, yeroo kamuu caalaa amma, ifee mul’atee abdachiisaa ta’ee jira. Hawwiin, abdiin, akeekii fi fedhiin ummatni Oromoo fi ummattooti  cunqurfamoon hundi mootummaa bilisa kan mataa isaanii dhaabbachuuf baroota dheeraaf wareegama qaqqaalii itti baasan, shakkii tokko malee bakka gahuuf akka deemu yeroo kamuu caalaatti amma ifatti beekameera. Bilisummaan ummattoota kanaa, “yoo osoo hin taane, yoom” kan jedhutti tarkaanfatee jira.Walumaagalatti, qabsoo ummatni Oromoo fi ummattootni cunqurfamoon baroota dheeraaf osoo wal irraa kutini fi hin nuffin geggeessaa jiran, yeroo kamuu caalaatti amma, bilisummaa dhaluuf dorrobee jira.

Sadarkaa duraan argamee fi dhagahamee hin beeknetti, qabsoon ummata Oromoo fi ummattoota cunqurfamoo Impaayera Ixoophiyaa, yeroo ammaa kana, humna siyaasaa fi waraanaa cimaa ta’ee guyyaa  ummattooti kun :bilisummaa, dimookraasii, nagaa, badhaadhina fi gammachuu itti argatan shaffeessaan gabaabsaa jira. Haa ta’u malee gama birootiin, mootummaa Wayyaanee/Ixoophiyaa, dhaaboti siyaasaa Amaraa biyya keessaa fi ala jiran, dhaabota Oromoo ergamtuu Amahaaraa ta’an (OPDO Amahaaraa) fi  mootummooti Ameerikaa fi Awurooppaa, ummattoota kana: lafa isaa irraa buqiisanii saamaa ,ergachaa, hojjisiifachaa, dafqaa fi humna isaatiin duroomaa  fi gabaatti baasanii gurgurachaa turan, sochii ummatni Oromoo fi ummattooti cunqurfamoon Impaayera Ixoophiyaa shaffeessaan gara bilisummaatti gegeessaa jiran duratti gufuu darabuun karaa irraa maqsanii umurii aangoo mootummaa bulguu fi nama nyaataa Ixoophiyaa/wayyaanee/Habashaa, ummattoota cunqurfamoo kana irratti dheeressuuf  shiroota haaraa fi kaardii dullacha awwaala keessaa baasanii dhimma itti bahuuf ogguu isaan dhidhiitatan arguutti jirra. Loon dhaluuf foolattu

Ignoring a wave of unlawful killings and enforced disappearances in Oromia is fueling further catastrophic in the region.

Aside

OSGA AsxaaTo: United Nations Human Right Council

OHCHR address: Office of the United Nations High Commissioner for Human Rights (OHCHR)

Palais Wilson 52 rue des Pâquis CH-1201 Geneva, Switzerland.

Postal address: Office of the United Nations High Commissioner for Human Rights (OHCHR) Palais des Nations

CH-1211 Geneva 10, Switzerland

Ignoring a wave of unlawful killings and enforced disappearances in Oromia is fueling further catastrophic in the region.

Following the political turmoil and mass unrest ignited in Ethiopia, and despite the concerns of the international communities are perceived by their fellow citizens after hundreds of Oromo civilian peaceful protesters were killed, including the primary school children, in a show of grossly excessive force by the Ethiopian government heavily armed security forces since last Saturday, 6 August 2016. Within three days alone at least 400 Oromo civilians were killed. More than 5000 injured while thousands were disappeared in the form of arrest and transferring to detention centers, such as Dhidhessa, Tolay, and Wurso and to several tens of hidden torture locations in Oromia. The detainees are held incommunicado and tortured by state security forces into “confessing” to anti-government protestors. The Ethiopian security forces fired live bullets at protesters peacefully marched in more than 250 major towns across Oromia region. Heavy-handed measures including the arbitrary arrest by using excessive force have resulted in the unlawful killing of hundreds of Oromo civilian protesters. A wave of enforced disappearances has seen thousands of people abducted by armed forces. For instance, one of the eyewitnesses observed the brutality of the Ethiopian government troops at scene on 6 of August 2016, [for security reasons name not identified] heartbreakingly stated, OSG Call for Urgnet Action –

Dr.Gabayyoo Jaallataa Waraana Wayyaanee Agaaziin Rukutamuun Wareegaman.

Aside

Maqaan isaa Dr.Gabayyoo Jaallataa jedhama.
13912905_10102477986247493_4426160628839170158_n 13932770_10102477993473013_1430970379927856315_nKaninni itti dhalatee guddate godina Wallaggaa lixaa aanaa Gullusoo jedhamtu keessatti.
Ga’een hojii isaa Dookteerummaadhaan kilinika Abdii kan jedhamu magaalaa naqamtee keessaa naannoo Hoospitaala naqamteetti kan argamu keessatti ramadamee hojjechaa nama tureedha. Dr.Gabayyoo jaalataa xinnummaa isaa irraa ka’uun nama diinaaf harka hin laanne nama oromummaa isaatti boonee jiraatuu fi nama ilmaan oromoo akka lubbuu isaatti jaallatu keessaa nama tokko ture.20160815143921
Haata’u malee yeroo darbe hiriira guddicha magaalaa naqamtee keessatti akka abidda saafaa belbelaa ooleen wal qabatee sababii inni oromummaa isaa jaallatuuf  jecha akkasumallee ati dhoksaadhaan qeerroo mana hojii itti ramadamtee hojjettu keessatti ol seensistee walla’aansa gochaafii jirta maqaa jedhuun humni agaazii guyyuma hiriira guddichaa sana  bakkuma hojiisaatii deemanii rasaasa itti roobsanii deemanii jiru.
Haa ta’u malee dr  Gabayyoon yeroo sanaaf rukutamee hatattamaan gara hoospitaala naqamteetti ergamee yaaliin deddeebiin torban tokkoo oliif osooma godhamaafii jiruu hoomaayyuu fayyuu hin dadhabuurraan kan ka’e guyyaa har’aa jechuun Hagayya 15/08/2016 du’aan addunyaa kanarraa boqotee jira. Reeffi isaas gara bakka dhaloota isaa kan taate godina wallagga lixaa  magaalaa gullusootti ergamee jira.
Qabsa’aan du’us qabsoon itti fufa.

Sochiin Warraaqsaa Biyyoolessaa Oromiyaa FXG daran jabaachuun Walqabatee Magaalootni Gurguddoo Oromiyaa fi Magaalotni Oromiyaa naannawaa Finfinneetti argaman homaa waraana wayyaaneen shororkeeffaama jiru.

Aside

Hagayya 14,2016 Sochiin Warraaqsaa Biyyoolessaa Oromiyaa FXG daran jabaachuun Walqabatee Addaatti Magaalootni Gurguddoo Oromiyaa fi Magaalotni Oromiyaa naannawaa Finfinneetti argaman homaa waraana wayyaaneen shororkeeffaama jiru.
Sochiin warraaqsaa biyyoolessaa Oromiyaa utuu wal irraa hin citiin ji’oota 8 guutuu gaggeeffamaa jiruun motummaan abbaa irree raafama ulfaata keessa seenuun kasaaraa Siyaasaa , Dinagdee fi hawaasummaa ulfaataa keessa seenee kan jiru abbaan Irree Wayyaanee EPRDF/TPLF ummata Oromoo Uummata Sivilii mirgaa fi haqa dhugaa isaaf falmatu irratti hoomaa waraanaa bobbaasuun uummata shororkeessuu ittuma fufe jira . Magaalootni Oromiyaa Naannawaa Finfinnee Sulultaa, Burraayyuu, Sabbataa, Holotaa, Aqaaqii Qaallittii, Duukkam, Galaan bishooftuu, Moojoo, Adaamaa, Laga Xaafoo laga daadhii fi Sandaafaa Hoomoo waraanaan shororkeeffamaa kan jiran Yoota’uu, Oromiyaan  Bulchiinsa Waraana Wayyaanee Komand post  ifatti labsiin jala erga galfamtee ji’oota 8 oli lakkoofsisaa kan jiru. Uummatni Oromoo fi goototni dargaggootni  Qeerroon Oromoo soda waraanaa gabrummaaf harka akka hin kennineefi hanga gaaffiin mirga abbaa Biyyummaa uummata Oromoo deebii argatutti warraaqsaa irraa duubatti akka hin deebine diinaaf mirkaneessan.
Warraaqsii Biyyoolessaa Oromiyaa FXG Gaaffiin mirga abbaa biyyummaa haalaa caalatti mootummaa wayyaanee kasaaraa guddaa keessa galchuu danda’uu fi aangoo irraa qaarisuu danda’uun jabaatee rogaa hundaan kan itti fufu malee shororkeessa waraana wayyaanee fi hidhaa jumlaa, ajjeechaa duguginsa sanyii  wayyaaneen rawwachaa jirtuun kan hin dhaabbatne ta’uu Qeerroon bilisummaa Oromoo hubachiisa.

Reiterating the Oromo political Questions and Ultimate objectives of the Oromo struggle

Aside

ABO

Reiterating the Oromo political Questions and Ultimate objectives of the Oromo struggle
The OLF press release

The aims of the Oromo struggle led by the OLF is to realize the Oromo people’s selfdetermination right; to dismantle colonial system from Oromia and to free Oromo from subjugation and to establish free Oromia state. This can be achieved through the sole decision of the Oromo people who will choose either to establish a free Republic of Oromia or to make new political arrangement with neighboring nationalities based on interest, equality, mutual respect and democratic values and principles. This means that the OLF struggles to make an arrangement for Oromo people for free referendum rights.
The Oromo people has struggled and made huge scarifies to fulfill the aims and objectives of the Oromo struggle set out by the OLF. When the Oromo elites and committed individuals developed the OLF program, the central aim was to solve the fundamental political problem of the Ethiopian empire from its roots. The program was not only based on the interest of Oromo people but also considered the interests of other peoples in the Ethiopian empire who were colonized in a similar way and benefit from this struggle.
Thanks to Oromo heroes and heroines, today the Oromo people liberation struggle has reached the stage where every Oromo has gained a full confidence to achieve its long awaited freedom. Also millions of Oromo heroes and heroines are ready to sacrifice their lives for freedom until
the liberation of Oromia is realized. We have no doubt that with the sacrifices of committed Oromo heroes and heroines, the OLF vision, which is also the vision of vast Oromo people, will be achieved. However, we cannot deny that there are internal and external forces that want to give the Oromo liberation movement a blind eye and want to divert the Oromo genuine questions for their own political agenda and strategic interest.

Ibsa ABO Hagayya 13 bara 2016 OLF Press Release – August 13, 2016 ßï¿ßèªßê«ßê× ßèÉßî+ßèÉßëÁ ßîìßèòßëúßê¡ ßêÿßîìßêêßî½ – 13-08-2016