Korri Bakka Bu’oota Qeerroo Bilisummaa Godina Wallaggaa Magaalaa Naqamtee Keessatti Gaggeefame Murtiilee Jajjabaa Fudhachuun Xumurame.

Aside

Qeerroo Bilisummaa

Qeerroon Bilisummaa Godina Wallaggaa walitti dhufuun Leeqaa Naqamtee kora isaa magaalaa Naqamtee keessatti godhateen injifannoon xumuree jira.
Hagayya 22/08/2016 Qeerroon godina Wallaggaa bahaa magaalota kanneen akka Kiiramu,Giddaa ,Shaambuu,Gimbii,Dambi Doolloo fi Arjoo bakka jedhamu irraa walitti dhufuun  kora isaanii magaalaa Naqamtee keessatti tasifatani jiru.

Qeerroo Bilisummaa

Qeerroo Bilisummaa

Marii isaanii kana irrattiis gara fuulduraatti sochii Qeerroo bilisummaa Oromoon guutummaa Oromiyaa mara keessatti adeemsifamaa jiru keessatti adda dureen hirmaachuuf waadaa isaanii haaromsatanii jiru.
Haaluma kanaan korri Qeerroo leeqaa Naqamtee sochii qabsoo Qeerroon godhamaa jiru keessatti faayidaa dhuunfaa isaaniif qabsaa’uu otoo hin taanee dantaa saba isaaniif dursa kennuun kutannoon qabsaa’uuf walii galtee isaanii cimsatanii akka  jiran beekamee jira.
Ba’aan garbummaa saggo abbootii keenyaa qunciisaa tures asumatti hundeen unkuteessinee  yeroo kamiyyuu caalaa murannoon uummata isaaniitti abdii horuuf  qoophii ta’uu isaanii  waadaa isaanii kana irratti walii galanii  jiru.
Qeerroon Leeqaa Naqmtee akkuma beekamu warraaksa biyyaalessaa guutummaa Oromiyaa keessatti finiinaa jirru keessatti qooda guddaa fudhachuudhaan injifannoo cululuqaa fi boonsaa ta’e ilmaan oromoo mara birattillee fakkeenya gaarii agarsiisuudhaan mootummaa wayyaanee boqonnaa dhorkaa jiraachuun isaanii beekamaadha. Bilisummaa saba keenyaaf yoomiyyuu taanaan halkaniif guyyaa osoo hin jedhin dirqama fudhannee addattimmoo humnoota qabsoo bilisummaa saba keenyaa gufachiisuuf socho’an irratti tarkaanffii laalessaa fudhachuuf qoophii ta’uu isaaniis kora isaanii kana irratti waliigalanii akka jiran beekamee jira.

“Tuuta Kanniisaa” Wallee Warraaqsaa Artist Oliyad Baqalaa, 2016

Aside

Ilma Ummatni Oromoo Itti Boonuu Qabu

Aside

ABOIlma Ummatni Oromoo Itti Boonuu Qabu

Addunyaan Itophiyaa akka lamatti beeka. Mootummootni Itophiyaa empaayera humnaan ijaaramte humnaan tikfatuu fi dantaa isaanii guuttatuuf jecha hacuuccaa fi saaminsa gaggeessaniin biyyoota addunyaa jiran keessaa biyya hiyyeettii maayii taasisuu fi biyya ummatootni kumoota dhibbaan sababa beelaan keessatti dhuman tahuun beekan. Dhugaan kun sirna ykn mootummaa tokko jalatti qofa osoo hin taane mootummoota hunda keessatti mul’atuun Itophiyaan maqaa salphinaa kana jalaa akka hin baane taasise. Itophiyaan kan ittiin beekamte kan biraa waltajjii ispoortii ti. Waltajjii nagaa kana irratti maqaa Itophiyaa kan waamsisan irra hedduun ilmaan Oromoo ti. Ilmaan Oromoo waltajjii ispoortii irratti maqaa Itophiyaa bareechan: 1974 dura, Abbabaa Biqilaa, Maammoo Waldee, Waamii Birraatuu…… 1991 dura, Muhammad Kadir, Tolasaa Qottuu, Abbabaa Makonnin, Fiixaa Baay’isaa, Warquu Biqilaa….. 1991 irraa eegalee, Daraartuu Tulluu, Faaxumaa Roobaa, Xirunesh Dibaabaa, Ganzabee Dibaabaa, Ijjigaayyoo Dibaabaa, Qananiisaa Baqqalaa, Silashii Sihiin, Taarikuu Baqqalaa, Almaaz Ayyaanaa, Masarat Daffaar, Fayyisaa Leellisaa, Amaan Kadir………. Atleetotni kanneen dorgommii adeemsifamuun injifannoo argataniin maqaa Itophiyaa sababa beelaan xuraawe akka atletiksiin beekamtu taasisuun salphinaa fi qaanii irra caalaa irraa dandamachiisuu keessatti qooda guddaa kennan. Continue reading

OMN: Gaafiif Deebii Gabaabaa Atleet Fayyisaa Leellisaa Waliin

Aside

A PAFD’s Call for all Ethiopian Political Forces to join PAFD to work for Transitional Arrangement in Ethiopia

Aside

PAFD1A PAFD’s Call for all Ethiopian Political Forces to join PAFD to work for Transitional Arrangement in Ethiopia

Peoples Alliance for Freedom and Democracy (PAFD) is the alliance of five political organizations. PAFD member organizations have been struggling for freedom and democratic rights of their respective people for a period of 20 to 40 years. They have developed institutional capacities and sufficient human and material resources to galvanize their peoples that account 67 % of the Ethiopian population, for freedom and democracy. The PAFD member organizations have structures and networks within their respective peoples in Ethiopia that enable them to effectively carry out their struggle for freedom and democracy.
The struggle for freedom and democracy of PAFD member organizations is rooted in the objective realities of their respective peoples. Currently, the PAFD member organizations are coordinating their struggle in many operational areas and organizing popular movements in many parts of the country. Thus, we believe the ongoing anti-government popular movements spreading country-wide with unprecedented speed will not stop until all peoples in Ethiopia gain their freedom and democratic rights.
The aim of PAFD is to coordinate the activities, resources and talents of its member organizations by mobilizing and galvanizing their respective constituencies with the aim to overthrow the dictatorial TPLF regime and to create a transitional arrangement based on the respect for democratic rights and rights to self-determination of peoples. PAFD believes in the respect of human rights in a manner that address the grievances of all nations and nationalities in Ethiopia by establishing a genuine and all inclusive political order. PAFD also believe in genuine respect for the will and consent of each and every nation and nationality in Ethiopia to once for all, bring an end to the recurrent conflicts in Ethiopia.

Continue reading

Gootichi Oromoo Fayisaa Lalisaan Dorgommiitti Olompikiitti Yeroo Dhihaachuuf Jedhutti Mallattoo Odaa Kan Qabu Ichima (tattoo) Qaama Isaa Aduunyaatti Agarsiifataa Ture.

Aside

Aside

Aside

The Bravest Olympian in Rio — Ethiopia’s Feyisa Lilesa Risks Death But Speaks Out About Killings of Oromo Protesters in Ethiopia After Earning Olympic Silver in Marathon

Aside

August 21, 2016 in Oromia

593225222

Galen Rupp – USA (2:10:05), Eliud Kipchoge – Kenya (2:08:44) and Feyisa Lilesa – Oromia (2:09:54)

RIO DE JANEIRO (Letsrun)— Plenty of storylines emerged from the 2016 Olympic marathon. Eliud Kipchoge stamped himself as the greatest marathoner of all time by winning the race in 2:08:44. Galen Rupp earned the bronze medal to cap a stellar meet for the United States distance squad. But those are sporting achievements. What Ethiopia’s Feyisa Lilesa did today goes far beyond running.

As Lilesa crossed the finish line in 2:09:54 to earn the silver medal, he threw his hands above his head to form an “X”. Afterward, at the post-race press conference on a dais 50 yards from the marathon finish line, he spoke slow, powerful, chilling words, explaining the gesture was meant to demonstrate his solidarity with his Oromo people in Ethiopia. Amnesty International reports that at least 97 Oromo were killed inpeaceful anti-government protests earlier this month. This is the latest in a string of protests that Human Rights Watch estimates have resulted in over 400 deaths in all. In addition to the killings, many more have been arrested and detained by the government.

 

Continue reading

(BBC News) — Ethiopian runner makes protest sign as he crosses line in Rio

Aside

August 21, 2016

An Olympic marathon runner from Ethiopia staged a daring protest against his home government when he crossed the line in Rio on Sunday.

Ethiopia's Feyisa Lilesa crosses his arms above his head at the finish line of the Men's Marathon athletics event of the Rio 2016 Olympic Games. (Olivier Morin/AFP/Getty Images)

Ethiopia’s Feyisa Lilesa crosses his arms above his head at the finish line of the Men’s Marathon athletics event of the Rio 2016 Olympic Games. (Olivier Morin/AFP/Getty Images)

(BBC News) — As he took the silver medal, Feyisa Lilesa crossed his arms above – a gesture made by the Oromo people who have suffered brutal police crackdowns.

Lilesa is from Oromia, home to most of Ethiopia’s 35 million Oromo people.

He repeated the protest gesture later at a press conference, saying his life would be in danger if he returned home.

Human rights groups say that Ethiopian security forces have killed hundreds of people in recent weeks as they crack down on anti-government protests.

Continue reading