Biiroo Barnoota Oromiyaa

Aside

Sadaasa 4,016

Oromiyaa keessatti barattooti hedduun gara mooraa yuuunibarsiitotaa seenanii barnoota gargaraa applied dhaan eebbifamu

Barattooti kun dameewwan barnoota saayinsii uumamaa fi saayinsii hawaasaa irratti eebbifaman heedduun isaanii rakkoo hojidhabdummaa keessa jiru.

Dhiyeenya kana naannoo Magaalaa Finfinnee fi Finfinnee keessatti yaada isaanii hatuuf ergamtuun wayyaanee OPDOn magaalota Buraayyuu fi Sabbataatti barattoota kana dorgomsiisuun ji’oota lama kan ta’u deebii tokko malee yuunibarsiitii Finfinnee Kiiloo jahaatti erga qormaata qoreen booda callisee qormaaticha harkatti qabatee,tooftaa itti gama tokkoon Qeerroo tasgabbeessan se’ee kaa’ee ture. Continue reading

United Nations Grants Oromia Support Group Australia the UN Special Consultative Status

Aside

Posted August 30, 2016 by Adi Agimba

Oromia Support Group Australia (OSGA) has received UN special consultative status, a significant achievement for the NGO. The status allows the organisation to attend UN conferences and circulate statements at the Economic and Social Council (ECOSOC).

“It’s very exciting for us because we were just dreaming of getting at this stage and it has been our wish for almost 10 years,” Marama Kufi, leader of OSGA, told Diaspora Action Australia (DAA) in a recent interview.

It wasn’t an easy path for the Oromia community in Australia to get the highest status granted by the United Nations to NGOs.

The road to consultative status was a long one. OSGA first sent the application in 2009, the decision for which was postponed twice. It persevered through long silences and continued requests for updates.

Marama recalls DAA’s constant encouragement through those tough times: “DAA invested a lot of energy, advice and consultation without hesitating. When we sometimes didn’t hear anything from the UN about our application, DAA would give us encouragement and motivation.”

It was not until July of this year that the organisation received the ECOSOC’s final decision. Continue reading

Yeroo Ammaa Kana FXG Dhaabuuf Jecha Tooftaalee Wayyaaneen Fayyadamaa Jirtu.

Aside

Sadaasa 3,2016
Warraaqsa Uummataan finiinfamaa jiru dhaabuu oggayyu dandeettii qabduun,waan qabdu maraanuu warraaqsa bishaan itti naquuf hojii guyyaa guyyaan hojjetaa jirtuun Wayyaanee waan qabaneessaa jirtu fakkaatullee ittuu jabeessaa jirachuun himame.Haaluma kanaan mooraa Yuunibarsiitiif guutummaa Oromiyaa keessatti duula Uummata keenya Uummata Oromoorratti Bantee Jirtuun Continue reading

Biyya Oromoo -Oromiyaa

Aside

   Noolee Buttaatiin.

oromiyaBiyyi Oromoo barreeffamaan jaarraalee hedduu dura kan beekamtuu fi Qaroominni Kuush tan gaafa Afirkaa keessa jirus dhamaatii uummata Oromoo ragaalee fi hambaawwan seenaa Oromoo ni mirkaneessu.Biyyi kun Qorattoonni hayyoota amantaa Musliimaa fi Kiristaanotaa utuu hin hafin, namooti sabboonummaa Oromoo qaban kan akka Abbaa Gammachiis fi diinoti Oromoo utuu hin hafin biyya Oromoo jedhanii barreesanii darbaniiru.

Taatullee giti ergamtoota nafxanootaa fi diinota Oromoo biyyi Oromoo shira hayyooti Oromoo dhawan malee biyyummaan Oromiyaa kan addi bilisummaa Oromoo uumee isaanitti fakkaata.Oromiyaan biyyadha biyya dheedhii fi bilchaataa baddaa fi gammoojjii,gaaraa fi gooda/dakee qabdu,qilleensa mijataa qabdu fi biyya bulchiinsa mataa ofii kan t’ee fi Afirkaanota mara boonsuu danda’u SADOO GADAA of keessaa qabdu ta’uushee eenyu diinota Oromoo fi Oromummaan yaaddoo itti ta’e kanatti hima laata? Continue reading

Aside

Oromo TV Network (OTN) ardii Afrikaa fi Giddugaleessa bahaatti tamsaasamuu eegalee jira. Daandii TVn kun irratti argamu akka armaan gadii ti. Bakka dandeessanitti facaasaa.
Satellite: Azersapace-1/Africasat satellite 46.0° E
Frequency and polarization: 4115,056 MHz, Vertical
SR: 3.174 Mbaud
FEC:3/4
MODCOD: DVB-S2 8PSK
Service name: OromoTV
SID: 1
VPID: 111
APID: 112

otn

 

Ethiopia’s Merera Gudina detained, MEP Ana Gomes, on the detention

Aside

December 1, 2016

Merera Gudina

Merera Gudina’s arrest has been criticised by a member of the European parliament

(BBC News) — A prominent opposition leader in Ethiopia has been detained after he returned from Europe.

Merera Gudina had violated Ethiopia’s state of emergency by having contact with “terrorist” and “anti-peace” groups, state-linked media reported.

Mr Merera criticised the state of emergency in an address to the European parliament on 9 November.

The government imposed it in October to end an unprecedented wave of protests against its 25-year rule.

More than 11,000 people have since been arrested. Continue reading