Itti Fufa Bulchiinisa TPLF Kan Ta’e Loltooti Koloneel Abiyyi Ahimad Deggertoota ABO Adamsee Reebisisaa Jira.
Category Archives: Oduu/News
Aside
TV Gumii Gayoo:- Gaaffii fi Deebii miidhamaa Obbo Masgabuu Guutaa fi Maatii isaanii waliin taassifame guutuu isaa.
Aside
Jila ABO fi Gaazexeessitoota O
NN Dafaa Gadhiisaa.
Hojiif gara baha Oromiyaatti kan bobba’an Gaazexeessaa Baarentuu Gadaa, ogeessa Kaameeraa Jaallataa Abdiisaa fi konkolaachisaan ONN Bilisummaa H/B, aanaa Habroo seensa magaalaa Galamsootti poolisii Oromiyaatiin ugguramanii jiru.
Gaazexeessaa Baarentuu Gadaa achirraa bilbilaan akka gabaasetti, waraqaa hayyama magaalaa seenaa jedhu bulchiinsa godinaa ykn magaalarraa fiduu qabdu jedhamaniitu kan qabaman. Waraqaa gaazexeessummaa qaban itti argisiifnaan hin ta’u jedhamani. Gochi Kuni deeggarsa seeraa kan hin qabneefi mirga Gaazexeessaan seeraan qabu kan cabse dha.
Kanaaf Poolisiin aanaa Habroofi magaalaa Galamsoo gaazexeessitoota, konkolaachisaafi konkolaataa ONN qabdanii jirtan hatattamaan hiikaa.
Gaafa 15/02/2020s Sh/B aanaa Boosat, magaalaa Warjiitti gaazexeessitoota ONN irratti poolisiin dhukaasa banuun ni yaadatama. Baakkoottis ogeessa Kaameeraa ONN poolisiitiin reebamee ture.
Aside
Barreessaa olaanaa KFO fi Hayyuu Seeraa Obboo #Dajanee_Xaafaa Nama umurii Mootummaa EPRDF (EPP) waggaa 28 oliif Qabsoo Bilisummaa Oromoo irraatti cichee Oromoof falmaa har’a ga’ee Dabballeen Afuuftuun #bilginnaa Cinaa isaa teessee dubbachuuf haamilee hin qabdu.
Aside
Interview Artists Hawi qanani f comedy lij yared midha hamatuu irra gahe waan jedhan
Aside
Ethiopian Ummata Miliona 12 qofa qabdii.
Milionni 12 sun Eenyuu isaan?
Anaaf atii Ummata Ethiopia miliona 100 olitti beekna.
Kol. Gammachu Ayyaana maal jedha.
Aside
Australian Oromo community stages solidarity Rally in Melbourne
(Advocacy4Oromia, Melbourne, 17 February 2020) Melbourne’s Oromo community rallied on February 17 as part of a world-wide action in solidarity with the Oromo people.
Aside
Waajjirri ABO Ona Adaabbaa Magaalaa Adaabbaatti Banamee Ooleera.
Aside
Waajjirri ABO Godina Jimmaatti baname! Dhiibbaa guddaanis irratti godhame!
[
SQ, Gurraandhala 16,2020] Waajjirri adda Bilisummaa Oromoo godina Jimmaa magaalaa Jimmaatti guyyaa har’aa Gurraandhala 16,2020 banamee jira.
Waajjirri guddichi godinichaa kun kanaan dura yeroo garaagaraatti yaalii banamuuf taasisaa ture hundaan milkaa’uu dadhabuun hanga guyyaa har’aatti dhiibbaa qaama mootummaa isa mudataa tureen, takkaa miseensota Waajjirichaa hidhuu fi takkas caccabsuuf doorsisa hamaa hogganoota waajjirichaa irra gahaa ture damdamatee guyyaa har’aa haala onnachiisaan banamuu danda’e. Continue reading
Gur.16/2020 Waajjiirri ABO Aanaa Jalduu Magaalaa Goojjoo Akka Cufamu Poolisii Ona(Aanaa)Jalduu Irraa Akeekkachiisi Kenname.
Aside
Gur.16/2020 Waajjiirri ABO Aanaa Jalduu Magaalaa Goojjoo Akka Cufamu Poolisii Ona(Aanaa)Jalduu Irraa Akeekkachiisi Kenname.
Akka Odeessa Nu Dhaqqabeetti Nama Waajjira ABO Ona Jalduu Magaalaa Goojjootti Argamu ABOf Kireessaniifii fi Itti Gaafatamaa Waajjira ABO Ona Kanaa Obb.Waasee Waaqoo Pooliisiin Magaalichaa Waajjiratti Waamuun Waajjira ABO Goojjootti Argamu Akka Cufan Akeekkachiiseera.
Dubartiin Waajjira ABOtti Kireessite Hidhaa Bultee Har’a Wabii Kuma 25(25,000)n Doorsiisa Irra Gaheen Tole Keessayin Baasa Jettee Akka Baates Beekameera.

