Wayyaaneen TPLF Gaaffii Ummataa Dabsee Afaan Fajjii Uumuu Yaale Itti Hin Milkoofne.

Aside

Gurraandhala 2,2017
Eega Warraaqsi Uummataa banbanee asitti sochii hawwasaa qabbaneessuuf karaa hedduu yaalaa turuun Wayyaanee nii yaadatama.Keessattuu uummata afaan qawween bulchuuf duula waraanaa irratti labsuun uummata shororkeessaa turtee ittis jirti.Duulli Wayyaanee uummatarratti bante kun kan adiyyooma ishee saffisiisu malee kan danbalii jireenyaa ta’eefuu dhommoqarraa ishee baraaruu ta’uu dhabuun humna Command Post erga uummata tasgabeessuu dadhabee duula oollota Oromoo uummatartatti kaasuu fudhattee turte.Hawwiinf fedhiin ishees qe’ee Oromoo humnaa cabsitee dhaaluuf fudhachuu qofaa waan tureef michoota taasifachuun naannolee ollaa irratti kaasuun daangarra Oromo jiran dararaa turtee Qe’ee Oromoo onsuufis irratti dalgaa turte. Continue reading

Godina Arsii Aanaa Amiinya Magaalaa Addellee Keessatti Kaabinooti OPDO Ummata Dogoorsuu Yaalan Hin Milkoofne.

Aside

13895322_315922245464518_1980774746114202586_nGurraandhala 1,2017/ Godina Arsii Aanaa Amiinyaa Magaalaa Addeellee keessatti OPDOn karaa kaabinoota isiitin hojiin dargaggootaf uumamee dargaggoota keessan warra hojii hin qabne dhuftanii akka galmeessitan jechuun gandaa gandarra deemtee ummata goyyomsaa akka jiran Qeerroon gabaasa. Akka Qeerroon gabaasetti  Wwayyaaneen dargaggoota maatin isaanii hin galmeessisin humna Qeerroo qindeessu jechuun adamsuu akka heddus dhagayameera. Asuma Godinuma kana Aanaa   Heexosaa Magaalaa Abaadir keessatti basaasaa wayyaanee.dargaggoota hiisisaa fi reebicha irraan geessisaa ture. Hojjataa bulchiinsa  Magaalattii kan tureefi ammas itti jiru.Muhaammad H/ Awwal jedhamu irratti ummanni naannichaa  halkan kaleessaa miidhaa hamaan irra gayuun amma Hospitaala Asallaatti yaalamaa jiraachuu Qeerroon Aanichaa gabaasee jira. Continue reading

Holistic approach is the essential part of healing the patient

Aside

Holistic approach is the essential part of healing the patient

By Dr. Baaroo Keno Deressa

PatientIn medical terminology holistic is a form of healing that considers the whole person body, mind, spirit, and emotions in the quest for optimal health and wellness.A holistic view means that we are interested in engaging and developing the whole person. You can think of this as different levels, physical, emotional, mental and spiritual. It’s the concept that the human being is multi-dimensional. We have conscious and unconscious aspects, rational and irrational aspects. We are a body mind. not just intellect, but emotion, instinct, intuition, as well. We support people in using all of their ‘multiple intelligence’ that means insight, rationality, logic, emotion, hunches, gut feel, creativity, a sense of harmony and rhythm. Continue reading

Wayyaaneen TPLF yeroo ammaa kanatti Oromiyaa bakkoota gara garaa keessatti milishoota gandaa walitti qabuudhaan leenjii kennuuf dirqaa jira.

Aside

Amajjii  30,2017  Murni  Wayyaanee yeroo ammaa kanatti Oromiyaa iddoowwan garaagaraatti milishoota gandaa walitti qabuudhaan leenjii waraanaa kennaafii jira.
Haaluma kanaan yeroo ammaa Godinaalee akka Harargee, Shaggar Lixaa, Wallaggaa fi Jimmaa keessatti aanota baay’ee keessatti leenjisaa jiraachuun baramee jira. Shirri mootummaan wayyaanee milishoota kanneen leenjisaa jiruufis sochiin ummata Oromoo daran jabaachaa jiraachuu irraa soda guddaa waan qabuufi. Continue reading

Barruuleen Warraaqsaa Qeerroo Bilisummaa Godina Arsii Aanaalee Adda Addaa Keessatti Tamsa’aa Jira

Aside

Amajjii 30,2017

Godina Arsii Magaalota Seeruu,Asaasa,Nageelle, Suudee,Gobeessa, Doddotaa,Jimaata, Ashmiira, Waabee,Darrabbaa,Seerofta, Adaabbaa, Kofale,Boqojjii, Hurutaa, Minee, Balee Gasgaar keessatti Barruulen Warraaqsaa kaleef dheengadda maxxanfamaa jiru.

Kana malees Godinuma Arsii keessatti waraanni feederaalaa ganda gandaan nama 10-20 warra hojii milishaa hojjatan walitti qabee leenjii waraanaa kennaafii jira, Aanota hunda keessatti dargaggoota gurmeessjdhaan hojii uumufif yaadamees ummatuma milishaa kanaan leenjisiisee,hojiitti seensisuuf akka deemaa jirus himamaa jira

barruu-2 barruu-4 barruu3 qeerroo