Ebla 17/2017 Kabaja Guyyaa Gootota Oromoo Ebla 15 sabbabeeffachuudhaan Qeerroon Godina Lixa Shaggar Yaadannoo wareegamtootaa taasisuu cinaatti yeroo Humni Komaandi poostii ummata Oromoo gidirsaa jirutti sodaa tokko malee Jimaata Ebla 14,2017 irrraa eegaluun karaa konkolaataa Amboo irraa gara Lixa Oromiyaa geessu bakkeewwan adda addaatti cufuudhaan tarkaanfiiwwan garaagaraa fudhachuun sochii isaanii kan ittifufan ta’uu Odeessi Qeerroo Lixa shaggara Amboo hubachise . Addatti immoo daandiin Konkolaataa guddichi Finfinnee irraa gara Lixa Oromiyaatti dabarsuu Amboo fi naannoo Ambootti bifa adda ta’een cufamuun waraannii koomandii poostii wayyaanee fi ergamtootni wayyaanee OPDOn waan qabdee gadhiiftu dhabaa jiraachuu madden Qeerroo Amboo irraa gabaasan.Ebla 15 Guyyaa Gootota Oromoo Sababeeffachuun Warraaqsii Biyyoolessaa Oromiya FXG Godina Lixa Oromiyaa; Lixa Shaggar Amboo fi Naannoo Isheetti Daandii Konkolaataa Cufuun itti fufe !!
Aside
Ebla 17/2017 Kabaja Guyyaa Gootota Oromoo Ebla 15 sabbabeeffachuudhaan Qeerroon Godina Lixa Shaggar Yaadannoo wareegamtootaa taasisuu cinaatti yeroo Humni Komaandi poostii ummata Oromoo gidirsaa jirutti sodaa tokko malee Jimaata Ebla 14,2017 irrraa eegaluun karaa konkolaataa Amboo irraa gara Lixa Oromiyaa geessu bakkeewwan adda addaatti cufuudhaan tarkaanfiiwwan garaagaraa fudhachuun sochii isaanii kan ittifufan ta’uu Odeessi Qeerroo Lixa shaggara Amboo hubachise . Addatti immoo daandiin Konkolaataa guddichi Finfinnee irraa gara Lixa Oromiyaatti dabarsuu Amboo fi naannoo Ambootti bifa adda ta’een cufamuun waraannii koomandii poostii wayyaanee fi ergamtootni wayyaanee OPDOn waan qabdee gadhiiftu dhabaa jiraachuu madden Qeerroo Amboo irraa gabaasan.



Yeroo ammaa kanatti Gumiin Oromiyaa Adduunyaa 1ffaan biyya Ameerikaa Naannoo Miniisootaa ke
