Wayyaaneen TPLF Oromiyaa Guutuu Keessatti Walgahiin Ummata Cinqaa Jiru.

Aside

Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinnee Magaalaa Duukam keessatti wayyaneen konfiransii Dargaggootaa 9ffaa jechuun erga Dargaggoota walitti qabdeen booda Ayyaana caamsaa 20 waggaa 26ffaas har’uma asiin kabajanna jechuun kijibaan ummata walitti qabdee erga jettee booda akkuma galma wal gahichaa seenaniin kaabinoonni Magaalichaa wal gahicharratti argaman Shaamaa ibsuun Ayyaanichis kabajameera jechuun.fedhii ummataatin alatti ayyaana kabajsiistee jirti Continue reading

Waamicha Uummata Oromoo Hundaaf!

Aside

Akkuma beekamu mootummaan abbaa irree Wayyaneeerga FXG Oromiyaa keessatti dhowee kaasee ajjechaa fi hidhaa irraa duubatti deebi’ee hin beeku ammas haaluma kanaan uummata Oromoo mana hidhaatti guuraa jiraachuun ifaadha,lubbuu hedduun itti wareegamee jira,kumaatam aguddaadhan kanlakkaawamu lubbuu ilmaanOromoo bade jira.  LolliLiyyuu Hail Continue reading

Ummata Oromoo Godina Harge Baha fi Lixaarraa Buqqifamanii Idoo Gara Garaa Qubsiifamanii Rakkoo Adda Addaaf Saaxilamaniif Gadduun, Hidhii Xuuxuun Furmaata Hin Ta’u.

Aside

Baarentuu Gadaa Irraa
Abbaa irree qawween nama fixu, hidhuu fi dararu akkasumas  abbaa biyyaa afaan qabee saamu aariin keenya aangoo qabaterraa hin buusu. Isa hidhattoota abbaa irreetiin kufee fi dararameefis hidhii xuxun madaa isaa hin fayyisu, kan du’es hin galchu. Isa murna gabroonfataan saamamee beela, daaraa fi gadadoof  saaxilameefis aariin, gaddanii hidhii xuuxuun akkasuma furmaata hin ta’uuf. Deemsi akkasii eenyuyyuu rakkoo keessaayis hin baasu.  Keessumaa sirna abbaa irree akka Wayyaanee isa gateettii ummataatirratti daadee baase kana karaa nagahaatiin fala itti barbaaduun gongumaa waan hin yaadamnee dha.
Wayyaaneen waggoota 26n darbaniif ummattoota impaayeera Itiyoophiya keessa jiran  keessumaa ummata Oromoorratti xiyyeeffattee yakkoota Continue reading

Raadiyoo Simbirtuu Qophii Caamsaa 18,2017

Aside

Simbirtuu: oduufi qophii IMALAA. Keessummootni lama haalaafi amala HD ABOobbo Daawud Ibsaa ijoolummaarraa kaasee hanga lltummaa Eritrea demanii leenjihanii dirree seenaniitti kan beekan himu.Seenaa namoota hedduus ni tuttuqu.Akkatti Dr Nagaasoo Gidaadaa ABO keessaa bahanifii gahee Dr Haayilee Fidaa QUBEE UUMUU keessatti qaban eeraniiru caqasaa..