Category Archives: Oduu/News
“Kan Eboon Isaa Dhiiga Hin Qabnetuu Arrabni Isaa Dhiiga Qaba”
Aside
Waaqoo Nooleetiin
Biyya lafaa kana irratti mootummaan gabroomsaan afaan Qawwetiin aangotti ol bahe kamuu sirna bulchiinsa ummataa (Democracy) haqaa gaggeessuun biyya bulchu keessatti fedhii fi dantaa ummataa tiksee hin beeku; tiksiisuus hin danda’u. Impaayera Itiyoophiyaa keessattis mootummoota gita bittoota habashaa dhufoo lufoo irraa ummattoota biyyattis ta’ee Ummanni Oromoo “ Tiisisa irraa Damma hin eegan’’akkuma jedhamu mirgaa uumaan qabu sarbamuu, Qe’ee fi qabeenya isaa samamee biyyarraa baqachiifamuu, gaaffii tokkoon ala jumlaan qabamee hidhamuu fi itti qiyyaafatamee adda keessa rukutamuun ajjeefamuu irraa kan hafe kabaja mirga uumamaas ta’ee faaydaan argate tokkolee hin turre; si achiis hin jiraatu. Continue reading
SBO: Adoolessa 9 bara 2017. Oduu fi Qophiilee Haala Yeroo Irratti Fuuleffatan Garaagaraa
Aside
Godina Arsii Aanaa Diksiis Hamdaa Keessatti Wayyaaneen TPLF Leenjii Gaggeessitootaa Jechuun Gaggeesite Irratti Gaaffii fi Diddaa Hojjettoota Irraa Itti Ka’e Deebisuu Hin Dandeenye.
Aside
Adoolessa 7,2017/ Godina Arsii Aanaa Diksiis Hamdaa Keessatti leenjii gaggeessitootaa jechuun wal gahiin Wayyaaneen guyyoota hedduuf gaggeessaa oolte guyyaa har’aa kan xummurame yoo ta’uu.xummura wal gahichaarratti sabboontonni Oromoo gaaffilee ciccimoo gafachuu isaanii maddeen keenya Hamdaa irraa gabaasanii jiru.akka gabaasa achii nu gaheetti waa’ee hiree ufii ofiin
SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Adoolessa 7, 2017
Aside
Aside

RSWO Adooleessa 6 2017 ODUU, QOPHII ARGAAF DHAGEETTII FI DHAAMSA RSWO DHAGEEFFADHAA
Aside
Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Adoolessa 6, 2017
Aside
