Category Archives: Oduu/News
Seife Nebelbal Radio fi Simbirtuu Radio, Adoolessa 14, 2017
Aside
Gabaasa FXG Godina Lixa Shaggar Magaalaa Amboo.
Aside
#OromoRevolution Adoolessaa 13/2017
Gidduugaleessaa Oromiyaa Godina Lixa Shaggar Magaalaa Ambootti Sochiin Warraaqsaa Biyyoolessa Oromiyaa FXG Kanfaltiin gibiraa dachaa guddaan Uummatarratti dabalamuu waliin walqabatee daran jabaachuun Mormii Guddaan Qeerroo Dargaggoota Oromoo, Daldaltoota fi Uummata Hundaa kan Hirmaachise Warraaqsii Finiinaa jira. Continue reading
Godin Shaggar Lixaa Magaalaa Ambootti FXG Itti Fufee Jira,Gama biraan Qonnaan Bultooti Rakkoo Xaawoon Wal Qabatee Roorroo Himachaa Jiru.
Aside
Adoolessa 13,2017
Godina Shaggarlixaa aanoota jiran keessatti rakkoon hirdhina xaadhoo waan mudateef,qonnaan bultoota yaaddoo guddaa keessa galchee jira jedha gabaasni Qeerroo gama sanaa.FXG Itti Fufuun Ummanni Oromoo Lixa Shaggar Magaalaa Ambootti Diddaa Itti Fufan.
Aside
RSWO: Adooleessa 13, 2017- ODUU, ARGAAF DHAGEETTII FI DHAAMSA RSWO
Aside
ONN: Haala Yero irratti Ibsa Gabaabaa Dubbi Himaan ABO
Aside
SBO: Adoolessa 14 bara 2017. Oduu, Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo fi Gaaffii fi Deebii Artiist Nafiisaa Abdulhakiim waliin taasifame -Kutaa jalqabaa.
Aside
Of-jijjiiranii Ummatatti dhihaatanii Holola Sobaa Gagggeessun Amala Weerartootaa fi Abbootii Irreeti!
Aside
Baarentuu Gadaa Irraa
Ummanni Oromoo akkuma ummata addunyaa kanarra jiru kamiituu ummata aadaa,afaan, seenaa fi duudhaa akkasumas ummata biyya mataa isaa kan Oromiyaa jedhamtu qabuu dha. Biyya isaarrattis baroota kuma hedduuf wal horee, sirna nagahaa fi guddina, akkasumas jaalalaa fi duudhaalee hedduu of keessaa qabu; sirna bulchiinsaa Gadaa jedhamuun ummata wal-bulchaa turee dha.
Akkuma beekamu biyyi isaa Oromiyaanis; biyyi facaasan irraa hammaaran, biyya irra bobbaasan horanii irratti badhaadhaniidha. Haa ta’uutii weerartoonni Habashaa jiruu fi jireenya Oromoo kanatti inaafanii fi qabeenyaa fi biyya isaa kan ofii godhachuu barbaadan, warri bulchiinsi isaanii bulchiinsa Oromootiin faallaa ta’e erga biyya isaa qabatanii booda kun hunduu hafee Oromoon kunoo biyya isaa irratti beelaan, rasaasaan, dhibeen mankaraaraa fi dhumaa jira. Continue reading
