Category Archives: Oduu/News
Gootonni Qeerroo Bilisummaa Oromoo Magaala Amboo Keessatti FXG Itti Fufanii Jiru.
Aside
Onkololessa 11/2017 Magaalaa Ambootti Sochiin Sochiin Warraaqsaa Biyyoolessa Oromiyaa FXG Qeerroo Dargaggoota Oromoo, Barattoota Oromoo, Daldaltootafi Gootota Sabboontoota uummata Oromoo Magaalaa Ambootiin dhoofame !!
Continue reading
Finilli Xumura Gabrummaa Godina Wallaggaa Magaalaa Dambii Dolloo Keessatti Itti Fufee Jira.Qeerroon Gootummaa Muldhisaa Jiru.
Aside
SBO: Onkoloolessa 11 bara 2017. Oduu, Gabaasa Oduu fi Qophii Haala Yeroo irratti Fuulleffate Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.
Aside
Magaalota Dambi Doolloo,Caanqaa fi Machaaraa Keessatti FXG Onk. 10, 2017 Gaggeefamaa Oole.
Aside
SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Onkoloolessa 10,2017
Aside
Guyyaa Har’aa Fincilli Xumura Gabrummaa Sadarkaa Guddaatti Godina Haragee Keessatti Deemaa Jira.
Aside
Meeshaan Waraanaa Wayyaaneen Konkolaataatti Dhoksaan Fe’ee Deemu Yeroo 3ffaaf Lixa Oromiyaatti Qabame
Aside
Onkoloolessa 10/2017/ Wayyaaneen waraana Oromoo irratti taasistu itti fufuun obsa osoo hin kutatiin meeshaa Waraanaa irra deddeebiin uummata Gumuziif dhiyeessii taasisuuf gumaacha gootu itti fuftee jiraachuu beekame.
Haaluma kanaan yeroo 3ffaaf Lixa Oromiyaa aanaa Limmuu bakka Sogee jedhamu keesaatti meeshaa waraanaa Kilaashii dabarsaa jiranii Onkoloolessa 9 bara 2017 harkatti qabamuu gabaafame.
Meeshaan kun Poolisoota Oromiyaa aantummaa uummataa agarsiisaa jitaniif hidhataa gandaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo faana waliin ta’uun qabuu isaanii gabaafame. Sichiin karaa Lixaa gama diinaa akkaan babal’atee ka jiru yoo ta’u uummanniif Humnoonni nageenya uummataa eegan Qeerroo waliin ittisa gochaa jiran daran jabeessuu isaanii dubbatu. Kanaanis Poolisoonni qorra keessa bulanii daangaa isaanii eeggachaa jiraachuu dubbatuun deggarsi qaamota barbaachisuun foolisoota uummata isaaniif of kennan kanaaf godhamuufii akka qabu dhaammatan Continue reading