Meeshaan Waraanaa Wayyaaneen Konkolaataatti Dhoksaan Fe’ee Deemu Yeroo 3ffaaf Lixa Oromiyaatti Qabame

Onkoloolessa 10/2017/ Wayyaaneen waraana Oromoo irratti  taasistu itti fufuun obsa osoo hin kutatiin meeshaa Waraanaa irra deddeebiin uummata Gumuziif dhiyeessii taasisuuf gumaacha gootu itti fuftee jiraachuu beekame.

Haaluma kanaan yeroo 3ffaaf Lixa Oromiyaa aanaa Limmuu bakka Sogee jedhamu keesaatti meeshaa waraanaa Kilaashii dabarsaa jiranii Onkoloolessa 9 bara 2017  harkatti qabamuu gabaafame.

Meeshaan kun Poolisoota Oromiyaa aantummaa uummataa agarsiisaa jitaniif hidhataa gandaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo faana waliin ta’uun qabuu isaanii gabaafame. Sichiin karaa Lixaa gama diinaa akkaan babal’atee ka jiru yoo ta’u uummanniif Humnoonni nageenya uummataa eegan Qeerroo waliin ittisa gochaa jiran daran jabeessuu isaanii dubbatu. Kanaanis Poolisoonni qorra keessa bulanii daangaa isaanii eeggachaa jiraachuu dubbatuun deggarsi qaamota barbaachisuun foolisoota uummata isaaniif of kennan kanaaf godhamuufii akka qabu dhaammatan

 

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: