Onkolol.26,2017
Magaalaa Amboo keessatti humna waraanaa Wayyaanee ilmaan Oromoo qaqqaalii ajjeesaa turuun, uummata magaalaa Amboof uummata Oromoo akka malee aarii jabaa keessa galchaa turuunsaa beekamaadha. Uummata Oromoo nagaa irratti waraana banee ajjeesuun qabsoo Oromoo kan gufachiisuuf akeekkate ta’ullee, gufachiisuu utuu hintaane fuulduratti tarkaanfachiisuu irratti argama. Ummata nagaa irratti waraana banuun gocha shororkeessummaa wayyaaneen bahataa jirtu ifatti mul’ataa tureera. Har’as mul’ataa jira. Saamtotni TPLF shukkaaraaf meeshaalee qaalii Oromiyaa keessaa baasuun ittiin duroomaa turan harkatti, daldala Seeraan alaa Qeerroon Bilisummaaf Oromoon Waliin ta’ee foolisoota Oromiyaaf laate hattoota Continue reading


