Category Archives: Oduu/News
SBO Saadaasa 03,2017. Oduu, Saadaasa 9 Guyyaa Yaadannoo FDG waggaa 12 ilaalchisuun marii dargaggoo Lammii Beenyaa waliin taasifne kutaa 2ffaa fi Guyyuma kana ilaalchsuun sagantaa qophaahe.
Aside
SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Onkoloolessa 31, 2017
Aside
ONN: Oduu Olmaa Oromiyaa Onk 31/2017
Aside
SBO: Sadaasa 1 bara 2017. Oduu, Ibsa ABO fi Yaadannoo Waggaa 12ffaa Guyyaa Fincila Diddaa Gabrummaa ilaalchisee Marii Dargaggoo Lammii Beenyaa waliin taasifame -Kutaa Jalqabaa Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.
Aside
Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa
Aside
Wayyaanee nurraa balleessaa jedhu Goototi Qeerroo Naqamtee.
Aside
KIYYOO DIINARRAA OF EEGUUN, HUNDEE INJIFANNOOTI !
Aside
Ayyaana Irreechaa 2017 asitti , shiroota diinaa hedduu taajjabneerra. Fakkeessitootaa fi hayyaallaalattota hedduu argineerra. Loote seentootaa fi ergamtoota haaraa argaas jirra. Ayyaana Irreechaa Bishooftuutti kabajamee ilaalchisee ibsoota ayyaana duraa fi duubaa hedduu dhageenyes, arginees. Ibsoonni ayyaana duraa, qaamoota adda addaan ba’aa turan, figichaa hanna siyaasaan kan haguugaman turan. Maqaa Ayyaana kanaan siyaasi dantaa qaama gargaraaf qophaa’ee tureera. Kanneen keessaa kanan raajefadhe tokko qofa kaa
