Kun eebba kitaaba “Shira” barreessaa beekamaa Yaasoo Kabbabaa Hordofaa’tiin barreeffame biyya masrii magaalaa Cairo keessatti hawaasa oromootiin taasifamaa jiruudha.
Akkuma beekamu yaasoon ammaan duras kitaabota akka siifan,dibaa,miila hin shoksine jedhamanii fi barreeffamoota adda addaa nama barreessaa turee fi hogganaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo duraaniiti.
Obbo Yaasoon guyyaa eebba kitaaba isaa kana sababeeffachuudhaan hawaasa Oromoo kibba bahaa (Baaalee) kan shira wayyaaneetiin daangaa irraa liyyu hayliin buqqaafamee yeroo ammaan tanaa beela hamtuuf saaxilameef gumaacha maallaqa biyya masrii ( jinee)1000 (kuma tokko) kan arjoomu ta’uu ibseera. Continue reading
Category Archives: Oduu/News
Wabii Ummata Oromoo ABOn Haalalisu.
Aside
Simatinaa Sabboonaa Oromoo Obbo Dhaqabaa Waariyoof Ummanni Oromoo Taasise.
Aside
New- Amajjii ,2018 Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Aside
Qophii HUBANNAA Amajjii 21/2018 Wanneen Jaarmayaalee Oromoo Jabinaa fi Saffisa Dhorkanu Maalii dha? Qabsoo Bilisummaa Oromoo Saffisiisuuf, Rakkinni Karaa Jaarmayaaleetiin Mul’atu Hiikamuu Qaba.
Aside
ONN: Kabajaa Guyyaa WBO Afrikaa Kibbaatti kabajamaa jirurratti walaloo dubbifame keessaa hanga tokko.
Aside
Laga Xaafoo Guuyyaa Har’aa Amajjii 21,2017
Aside


Guyyaa har’a kana lagaa xaafookeessati qeerroo fi ummaati moormii dhageesiisa jira konkolaatandhabatee jira qeerroon shiimala harkati qabatee dhadannoo dhageesiisa jiru.” Continue reading
Beeksisa
Aside
Gumiin Waaqeffannaa Oromoo Adunyaa, bu’uureffama waldaa Waaqefannaa Oromo Idil Adunyaa waggaa kurnaffaa kabajuuf jila guddaa, Waxabajjii 22 – 24, 2018 biyya Norwee, magaala Bergen, magaala yeroo jalqabaaf Waaqeffannaan seeraan galmeeffametti – qopheessaa jira. Continue reading
Seife Nebelbal Radio, January 20, 2018
Aside