Guyyaa har’a kana lagaa xaafookeessati qeerroo fi ummaati moormii dhageesiisa jira konkolaatandhabatee jira qeerroon shiimala harkati qabatee dhadannoo dhageesiisa jiru.”
[SQ,amajji 21,2018] Gama biraan Godina Harargee Lixaa Aanaa Mi’eessoo Araddaa Bareedaafi Naannoo isheetti Waraanni Liyuu hayilii Somaalee kan waraana Agaazii Wayyaaneen deeggaramtu Uummata Oromoo irratti lola bananii jiru.
Yaa Uummata Oromoo qabsootti jabachuun shira waraanaa garboomsaan nurratti labseefi gabrummaatti Xummura goochuun lammii keenya dhumaa jiruufi furmaata fiduuf bakka jirru hundaa qabsootti jabaachuun filannoo keessa deebii hin qabne ta’uu haa hubatnu.