Category Archives: Oduu/News
SBO: Gurraandhala 11 bara 2018. Oduu, Haala Sochii FXG Dhiha Oromiyaa -Ona Jimmaa Arjoo irratti Gaaffii fi Deebii dargaggoo Oromoo jiraataa naannichaa tahe waliin taasifamee fi Qophii Haala Yeroo Irratti Fuuleffate.
Aside
Agartuu Qeerroo Tibbanaa “Burjaajjii”
Aside
Biyya keessa Burjaajjiin isheen dhumaa eenyuun adeemaa jirtii? Waajjirri aadaaf Turizimii sirna Wayyaanee bakkatti eeguuf hojii akkamiirra jiruu? Dubbisaa!
Burjaajjii jechuun waan hinjirre waan hinyaadamne fakkeessuuf akkeessuu jechuu dandenya. Burjajjiin nama soba danda’uun dalagamti. Sobanii Onnee uummataa seenuu jechuudha. Burjajjiin namoota aantummaa sabaa hinqabneen dalagamaa yoona geesse. Qabsoon Oromoo dadhabdiisuuf habashaan jaarraa tokkoo oliif Burjaajjiitti fayyadame. Har’as burjaajjiitti jirama. Burjaajjiin “Ko’omsuu” waliin wal fakkaata. Hangafa ko’omsuus ta’ee hojjetama. Uummata garboonfatu tokko garboomsaan jalqaba nii Burjaajessa, itti aanee nii ko’omsa. Sana booda dhiitee buluu danda’a. Continue reading
SQ-SAGALEE QEERROO GURAANDHALA 08 2018
Aside
Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts-7 February 2018
QOPHII KAAYYOO FEB 09 2018
Aside
Finfinnee fi Abbaa Biyyummaa Oromoo
Aside
Mootummaan TPLF yaroo itti tolu ergamtuu ishee OPDO Finfinnee keessaa ari’uu yaroo mormiin itti xinnoo jabaatu gara Finfinnee fiduu yaroo caalaa itti hammaatu immoo Uummatni Oromoo Finfinnee irraa dhimma qabu jettee olii fi gadi oofuu dha. OPDOn meeshaa dantaa TPLF eeguuf kan ijaaramte malee uummata Oromoof faayidaa tokko baasuuf akka hin ijaaramne xinnaa fi guddaan Oromoo bareechee hubachuu qaba. Gaaffiin uummatni Oromoo Fifninnee irraa qabu gaaffii tokkicha qofa. Gaaffi Abbaa biyyummaa mirkaneefachuu. Gaaffiin kun immoo gaaffii abbaa biyyummaa Oromiyaa adda bahee ilaalamuu hin danda’u. Continue reading
SBO: Gurraandhala 09 bara 2018. Oduu fi Qophiilee Adda Addaa.
Aside
SBO: Gurraandhala 07 bara 2018. Oduu fi Qophiilee Adda addaa Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.
Aside
SBO: Gurraandhala 4 bara 2018. Oduu, Qophii Haala Yeroo Irratti Fuuleffatee fi Gaaffii fi Deebii Jaal Araarsoo Abbaa Humnaa waliin taasifame -Kutaa xumuraa.
Aside
The human right violation and crimes against humanity on the Metekel Oromos since 1991-2018
Aside
The 1991 constitution of EPRDF constitution’s approach is distinct in that it classifies the fundamental rights and freedoms into human rights and democratic rights. Even if the EPRDF starting from the adoption of the 1991 constitution stipulated different provision regarding the human and democratic rights. because of the infant federal form of government structure that they opt to follow the last 26 year can be categorized as the dark age/years/ for the Metekel Oromo, historically it is the year where they lose their identity and enforced to change their identity,the year they excluded from the regional constitution as one of the community leaving in the region for a long period of time. The year where they have no directly or indirect representative in the regional or federal form of the EPRDF government structure, the year they are prohibited to exercise and make to grow their culture and the right to learn by their Owen language, Continue reading