Fincila Xumura Gabrumaa(FXG) Magaalaa Bishooftuu Guyyaa 2ffaa

Aside

Gootonni Qeerroo Magaalaa Baakkoo Lixa Shaggar Guyyaa 2ffaa Akkasitti Jiru!

Aside

Continue reading

Finfinnee Naannoo Laga Xaafoo Guyyaa 2ffaa

Aside

Hiriirri Guddaan Mooraa Yuunibarsiitii Keessatti Dhoofamee Jira

Aside

[SQ, Gurraandhala 13,2018] Sirna mootummaa Wayyaanee ykn TPLF mormiuf burjaajjii OPDO jala dhaabbachuun mooraa Yuunibarsiitii Jimmaa keessatti FXG jabaatee guyyaa lammaffaaf itti fufee jira.

Haaluma kanan dhaadannoowwan gurguddaa bilbilaan sagalee Qeerroo Bilisummaa. Dhaqqabee jira. Akka gabaasan achirra nuuf katabanittimmoo ” Magaalaan Jimmaa yeroo ammaa kana haala yaadessaa irra jirti. Mooraa yuunibarsiitii keesaa fi mooraan alatti dhukaasa jabaatu dhagahamaa jira. Hojiif geejjibni, barumsi guutummaan guututti dhaabateera. Qeerroon Bilisummaas tarkanfii boonsaa akkasii fudhatee jira. Continue reading

Jiraattonni Magaalaa Gimbii Da’immaanii fi Ummata Harka Qalleeyyii Diddaa Gabaa Lagannaan Akka Hin Miidhamne Gargaaraa Jiru.

Aside

Image may contain: 2 people, people sitting and child Continue reading

Baalee Roobee Guyyaa 2ffaa

Aside

Image may contain: one or more people, people standing, people walking, sky, crowd and outdoor Continue reading

ONN- Oduu Olmaa Oromiyaa

Aside

Sabbataa Guyyaa 2ffaa

Aside

Image may contain: one or more people, crowd and outdoor Continue reading

Naannoo Finfinnee Bakkoota Adda Addaatti Guyyaa 2ffaaf Mormiin Itti Fufee Jira!

Aside

Finfinnee
Laganaan gabaa magaala Sabbataa, walatte, Alamgsnaa, Furi, Jammoo guyyaa 2ffaa itti fufe jiraa. Suqii marti cufaadha, konkolaataa fi namni sochiin ala ta’e jira. kanaan walqabate naannoo Ayar Tena fi Kaaraa Qoree illee sochiin ala ta’ani jiru. Finfinneen , keessa adult markaatoon qullaa akka taate bilbilaan qulqulleeffanne jiraa. Itti Muddii! Haxaayii! Continue reading

Bishooftuu Guyyaa 2ffaa

Aside

Image may contain: one or more people, people standing, crowd and outdoor Continue reading