Finfinnee
Laganaan gabaa magaala Sabbataa, walatte, Alamgsnaa, Furi, Jammoo guyyaa 2ffaa itti fufe jiraa. Suqii marti cufaadha, konkolaataa fi namni sochiin ala ta’e jira. kanaan walqabate naannoo Ayar Tena fi Kaaraa Qoree illee sochiin ala ta’ani jiru. Finfinneen , keessa adult markaatoon qullaa akka taate bilbilaan qulqulleeffanne jiraa. Itti Muddii! Haxaayii!
Buraayyuu