Unknown's avatar

About Qeerroo

Welcome to Qeerroo Bilisummaa webiste! We are here to serve Qeerroo generation who are seeking freedom in their new emerging life.We are Hope for Oromians and lead by example. We have a saying, Follow the Kuusaa and do what the Yuubaa says. http://qeerroo.com

Ibsa Ejjennoo Qeerroo Matakkal Asoosaa irraa

Aside

Uummanni Oromoo naannoo Beenishaangul Gumus bakkoota Matakkal, Wambaraa, Gaalessaa fi Asoosaa jiraatu Waggoota Dheeraaf saboota biro naannichaa wajjin wal dandauun, wal kabajuun akkasumas Aadaafi Duudhaa Uummata Oromoo naannicha waliin qooddachuun nagayaan jiraachaa ture.

Nageenyii fi walitti dhufeenyi kun Karoora saamichaa mootummaan nama nyaataa wayyaanee Naannicharratti baafatteef danqaa guddaa waan itti ta’eef,  Waggootii Kurnan darban keessattii shira a fi daba garaa garaa xaxaa turteetti. Kunis akkuma Oromoota naannoo Sumaalee, Raayyaa fi Walloo saboota naannichaa wajjin walitti buusuun Oromoota ajjeesuu fi Buqqisuu ture.

Haa ta’uyyuu malee Qabsoo Hadhaawaa Qeerroo fi Hawaasni Oromoo Naannichaa godheen harkatti fashalee jira. Kanaan kan Gubatte Mootumman Murna Bucuu TPLF sabboontota Oromoo Qaqqaalii naannichaa waggaa darbe qabdee mana hidhaatti waxalaa jirti. Continue reading

VOA Afaan Oromoo-Filamuu Dr. Abiyyi Ilaalchisee Ob. Lammaa Magarsaa, Ob. Daa’ud Ibsaa fi Dr. Bayan Asoobaa Maal Jedhu?

Aside

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Bitootessa 30/2018

Aside

Continue reading

SBO: Bitootessa 30, 2018. Oduu, Ibsa ABO Haala Yeroo Irratti Fuuleffatee fi Hiriira Mormii Hawaasni Oromoo Awustiraaliyaatti gaggeesse ilaalchisuun gaaffii fi deebii Pirezdaantii Hawaasa Oromoo magaalaa Meelborn waliin taasifame

Aside

Adam Bandt:-The human rights and political rights of the Oromo people are under attack in Ethiopia

Aside

The human rights and political rights of the Oromo people are under attack in Ethiopia. There are disturbing reports of violence against Oromo protesters that has left 1000 civilians dead and the imprisonment of tens of thousands of people for exercising their right to political protest. I call on the Australian government to stand up for human rights for the Oromo people.

RSWO-Kaayyoo Qabsoo Qeerroo Oromoo fi Dhimma Filamuu Dr. Abiyyi

Aside

Dr Kedida show Marii hawaasaa fi Tumsa Qabsoo Oromoo ilaalchisee hawaasa Oromoo Kaaba Karoolaayinaa godhame. Kutaa 3ffaa

Aside

Godina Jimmaa Aanota Adda Addaa Keessatti Dargaggootii fi Ummanni Oromoo Jimulaan Hidhamaa Jiru.

Aside

[SQ, Bitootessa 29,2018] Godina Jimmaa Aanaalee garagaraa keessatti Namoota Komaand poostiin hidhamanii jiran jiran keessaa kanneen maqaa isaanii akka armaa gadiitti jirtu dha.

 Aanaa Gommaa Aggaarootti

1.Injinar Baahir Zeenuu Geembee irraa

2.Miftaahii Abdussalaam Aggaaroo irraa

3.Fu’aad Alii Geembee irraa

4.Naamus Abbaanagaa(Abbaaf Obboleessa woliin komaand poostiin dura sobaan hidhame!) Geembee irraa

5.Fayyisaa Hirphaa Aggaaroo irraa Continue reading

Oromoota Goojjam Matakkal irraa Labsii Yeroo Muddamsaa Wayyaanee asitti hidhamanii hidhaa jiran kan Qeerroon gabaase.

Aside

[SQ, Bitootessa 29,2018]

Galeessaa irraa

1 Abarra Shoonee

2 Faqqadee Olaani

3 Abuyye Gannatii

Gelgel beles irraa

1.Fiqadu Abera Continue reading

“Hiryooshee Bitamuun Hanga Yoomii”?? Hanshaa Solomoon

Aside