Unknown's avatar

About Qeerroo

Welcome to Qeerroo Bilisummaa webiste! We are here to serve Qeerroo generation who are seeking freedom in their new emerging life.We are Hope for Oromians and lead by example. We have a saying, Follow the Kuusaa and do what the Yuubaa says. http://qeerroo.com

Bakka Uummanni muraasni OPDO itti eeguuf bakkaa fi akkaataa isaan itti jiran akkamii?

Aside

Qalbeessaa Dhangi’aatiin

Ebla 22,2018

Finfinnee Oromiyaa

Uummanni muraasni ammallee OPDO qaama isaa taasifatee ilaaluu barbaada. Qabsoo keenyatti ija nuu horu, maqaa Shororkeessummaan ABO yakkuuf, oladeemaa Oromoo alanfatanii nyaachuun nii dhaabbata jedhee tilmaama.

“Qaamni Wayyaaneef OPDO ammaa tokko miti, Wayyaaneen warra nu luugaa turteef nu luugaa jirtudha. OPDO’n ammaammoo isaaniin seeratti nuu dhiyeessa” jedhee tilmaama. Continue reading

Ireecha Arfaasaa guyyaa kaleessaa Jimmatti kabajame irratti Qeerroon Bilisummaa walleen “ABO nu wayya nuufoo” jechuun diddaa isaa dhageessifate.

Aside

Continue reading

Qeerroon Bilisummaa Wallagga Waamaa Hagaloo “Ho gaaffii gaafannee Mo’ibul keenya baafannee” jechuun hidhamtoota siyaasaa hidhaa bahan Artist Mo’ibul Misgaasuu simataa turan.

Aside

Kabajaa Guyyaa Gootota Oromoo Los Angeles California 04/21/2018.

Aside

Of-Eeggannoo Uummata Oromoo fi Qeerroo Naannoo Beenishaaangu Gumuz.

Aside

Akkuma beekamu mootummaan abbaa irree TPLF caasaa Uummata Oromoo naannichaa fi saboota biro walitti buusuuf ijaaree fi harcaatuun caaseffama Dh.D.U.O duraanii waliin ta’uun carraa ishee isa dhumaa fayyadamuuf yaalii gochaa jirti.

Waan uummata Oromoo naannichaaf aantummaa qabaniifi yaadan fakkeessuun walitti bu’insa bifa haaraan qindaa’e raawwachuun Uummata Oromoo naannichaa buqqisuu fi ajjeesuu dha.

Kunis: Continue reading

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Ebla 20,2018

Aside

Guyyaa Har’aa Ebla 20,2018 Haasaa Gabaabaa Artist Mo’ibul Biluu Qawwee,Wallagga Billoo Boshee Keessatti Taasise.

Aside

የኦሮሞ የነፃነት ትግል ከየት ተነስቶ ወዴት እየሄደ ነው?

Aside

– ትላንት የነበሩት፣ ዛሬ ያሉትና ወደፊት የሚኖሩት ፈተናዎች –

ብርሃኑ ሁንዴ, Ebla 19, 2018ክፍል አስር

የዶ/ር አብይ አህመድ የኢትዮጵያ ጠ/ሚኒስተር ሆኖ መመረጥ ኦሮሞዎችን በሀሳብ ለሁለት የከፈለ ይመስላል። ባንድ በኩል ኦሮሞ አራት ኪሎ ስለገባ አሁን ለውጥ ሊመጣ ይችላል ብለው በደስታ እየፈነጠዙ ያሉትና ይህንንም ለውጥ እየጠበቁ ያሉት ሲሆኑ፤ በሌላ በኩል ደግሞ ወያኔዎች በዚህ መንግስት ውስጥ እስካሉ ድረስ ለውጥ መምጣት አይችልም የሚሉ ናቸው። እኔም በሀሳቤ ሁለተኛው ቡድን ውስጥ ስለሆንኩኝ፣ በዚህኛው ፅሁፍ ውስጥ ኣንዳንድ ጉዳዮችን ኣንስቼ ለመግለፅ እሞክራለሁ።

በኦሮሞ ጠ/ሚኒስተር ስም የወያኔን ስርዓት ለመጠገን የሚደረገው ሙከራ ለውጥ ከማምጣት ይልቅ ለኦሮሞ የሚያመጣው አደጋ ይበልጣል Continue reading

SBO Ebla 20, 2018. Oduu, Hasawa HDn ABO Jaal Daawud Ibsaa Sirna Kabaja GGO Irratti Taasisan Kutaa Xumuraa.

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Ebla 19,2018

Aside