Guutummaa Oromiyaa keessatti Fincilli Diddaa Gabrummaa Itti Fufee jira. Guyyoota Muraasa as deeman keessas caalaatti jabaatee bifa adda addaan magaalotaa fi Baadiyyaa Oromiyaatti itti fufa.

Guutummaa Oromiyaa keessatti Fincilli Diddaa Gabrummaa Itti Fufee jira. Guyyoota Muraasa as deeman keessas caalaatti jabaatee bifa adda addaan magaalotaa fi Baadiyyaa Oromiyaatti itti fufa.

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa ,Magaalaa Shaambuutti FXG itti fufee jira.

sirna pp balaaleffatuu fi MCBO ni tumsina ABO fi KFOn dhaabota keenya hidhamtoonni siyaasaa Oromoo haal duree tokko malee hiikamuu qabu.
mormii sirna pp balaaleffachuun Barattootaan Oromiyaa bakkoota hundatti itti fufe Harargee Asabootiitti hawaasa magaalichaa dabalatee mormii bulchinsi pp nuuf hin taatu jedhu gaggeeffamaa jira.
mormii barattoota mana barumsaa qophaayinaa Amboon Guraandhala 5/2021 kan eegale yeroo amma aoromiyaa hunda keessatti hiriirri kun jabaatee itti fufuun bahaa hanga dhihaa , kaabaa hanga kibbaa oromiyaa keessatti balaaleffannaan sirna pp barattootaan dhohee kan jira.
[SQ- Guraandhala 8/2021]