SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Sadaasa 16, 2017 Aside https://youtu.be/_Tcg_ymKvyc Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
SBO Sadaasa 17, 2017. Oduu, Du’aan Boqachuu Gooticha Oromoo Koloneel Aliyyii Cirrii ilaalchisee Ibsa Gaddaa AB O irraa laatame fi Kutaa 4ffaa Gaaffii fi Deebii Jaal Sanbatoo Geessisaa waliin taasifame. Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2017/11/17112017sbo.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Qabsoon Oromoo Qabsoo Bu’aawwan Xixiqqoof Eegale Miti, Bu’aawwan Xixiqqoo Halagaaf Galtuurraa Argameenis Hingufatu. Aside Qeerroo Bilisummaa Oromoo Sadaasa,16,2017 Qabsoon bilisummaa uummataa qabsoo dhugaati. Bilisummaa uummataa tokkoof qabsoon uummatichaan godhamu hanga bilisummaatti jabaatee itti fufuun dirqama. Nuti Oromoonis qabsoo bilisummaa Oromoof qabsoo kaleessa jaallan kitila itti dhabne duuka jirra. Qabsoon nuti gochaa jirru qabsoo haqaati. Qabsoon haqaa bu’aaf dantaa xixiqqoo diinarraa uummataa godhamuun hinshiminu. Qabsoon haqaa hanga bilisummaatti. Irbuun qabsaa’otaas hanga bilisummaatti qabsoo jabeessee akka itti fufu dirqa. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Shira wayyaaneen Magaala Debre Birhan tti hojjechaa jirtu fi Dararaa Oromota naannoo Beenishaangul Gumuz Aside Abdii Lammii irraa Yeroo ammaa magaalaa Debre Birhaan , shawaa kaabaa tti ji’a lamaan darbe kana keessa namoota 20 oltu halkan morma qalanii ajjeesaa turan. Ajjeechaa akkasii kan raawwachaa ture wallaalamee tureera. Gochaan akkasii magaala sana keesatti yeroo yerootti dabalaa waan dhufeef jirraattonni magaala sanaa waan godhan wallaalanii ture. Garuu guyyaa 11/13/2017 namoota dhalootaan Oromoo ta’an sadii fidanii uummatattii argisiisaa turani. Isaanis bakka Mandiidaa jedhamuu dhufnee ajajaan keenya Finfinnee jira, ergama ABO raawwachuu dhufne. Nagaa naannichaa jeequu fi saboota Amaaraa fixuuf ajaja fudhannee dhufne jedhanii dubbachaa turan. Guyyaa 40f waraana bilisummaa oromoo (WBO) biratti leenjii fudhannee dhufne jedhani uummata fuulduratti xibaaraa oolani. Anillee bakka sanatti argamee dhagaheera. Shirri kun diina keenya wayyaaneedhaan xaxamaa akka jiru beekamaadha. Hala deema jiru akan ariitiin uummataaf karaa adda addaa yoo hubannaa gad fageenyaan taasisame malee uummanni Oromoo lakkoofsa baay’eetu magaalicha keessa jiraata waan ta’eef ummata nagana jireenya isaa jiraaturratti akka miidhaan hin geenye yaaddoon guddaatu jira. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...