Wallee Warraaqsaa Hawwisoo QEERROO Bilisummaa Arsaan Dhiigaa Aside https://youtu.be/cvefnnEr730 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Mootummaa Wayyaanee raayyaa ittisa biyyaa jedhe beeksisa baasee jiraachuun beekame. Aside Fulbaana 25,2017/ Namoota haalli jireenyaa rakkisuudhaan gara wallaalchise walitti guuree raayyaa ittisa biyyaa jechuun dargaggoo funaanaa kan ture mootummaan abbaa irree Wayyaanee, har’as itti fufuudhaan dargaggootaaf beeksisa baasee akka jiru odeeffannoon kutaalee Oromiyaa adda addaa keessaa arganne ifoomsee jira. Dargaggoonni Oromoo carraan barnootaa isaan rakkisuufi haalli jireenya hawaasummaa isaanitti ulfaachuudhaan tarkaanfii raayyaa ittisa mootummaa wayyaanee ta’uudhaan hojjechuu ofirratti fudhataa akka turan namui quba qaba. Akkuma baroota darban irraa hubachuu dandeenyutti, ilmaan hiyyeessaafi harka qalleeyyii barnoota gahaa hin qabne funaanuun leenjii waraanaa kennee uummatyma ofiitti bobbaasuudhaan hojii diinummaa akka hojjetan taasisaa kan ture mootummaan Wayyaanee, yeroobammaa kanas hojii kanaaf carraaqaa akka jiru madden eeraniiru. Dargaggoota Oromoo gara humna waraanaatti fiduudhaaf tooftaa adda addaa fayyadamaa kan turte mootummaan Wayyaanee, tooftaa kanaanis milkaa’aa turteetti. Karaa itti dargaggoonni Oromoo gara leenjii waraanaatti seenuun humna ittisa wayyaanee ta’an keessaa tokko, dargaggoota biyya keessaa nageenya booressitan jechuudhaan Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Wayyaaneen TPLF Shira Saboota Walitti Buusuu Itti Fufee Jira. Aside Fulbaana 25,2017 Mootummaan Wayyaanee shira Oromoofi ollaa isaa walitti buusuu xaxaa turte ammas itti fufuun daangaalee Oromiyaa adda addaa keessatti rakkoon uumamaa akka jiru dhaga’ame. Yeroo dheeraadhaaf uummata nagaan waliin jiraataa ture walitti buusuudhaaf mootummaan wayyaanee adeemsa adda addaa deemaa turteetti. Uummata Oromoo oromiyaa bahaafi kibba baha Oromiyaa jiran uummata somaalee waliin walitti buusuudhaan nageenyi akka dhabamu taasisaa kan turteefi lubbuuf qabeenyi uummataa akka badu taasisaa jirti. Sababii walitti bu’insa kanaatiinis lubbuun oromoota hedduu kan darbeefi miidhaan ulfaataan uummata kanarra kan ga’e yommuu ta’u, Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
“Isin Yaamti Harmeen” Lammii Baraaruuf Qooda Dargaggoota Oromoo Magaalaa Gimbii Aside Qeerroo Gimbii Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Artiistotaa Oromoo – Yaa Oromoo Lammii Koo Walii Birmannu 2017 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...