SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Fulbaana 22, 2017

Aside

Simbirtuu… Continue reading

ONN:Oduu Oromia News Network Fuulbana 21/2017 – Ibsa Mootummaa Ameerikaa Ilaalu Irratti.

Aside

SBO Fulbaana 22,2017. Oduu, Cuunfaa Gabaasaa HRW Dhiheenya kana Dhumaatii Irrecha Onkoloolessa 2/2016 mootummaan Wayyaanee ilmaan Oromoo irratti dhaqqabsiise ilaalchisuun baase irratti kan fuulleffatu fi Yaada Hirmaattota Kora Sabaa ABO 4ffaa Hagayya 20-30 bara 2017 geggeefame irratti laatan

Aside

SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Qophii Fulbaana 21, 2017

Aside

Continue reading

Abbaan irree Wayyaanee uummata Oromoofi ollaa isaa nagaan waliin jiraatan walitti buusuuf shira xaxuu itti fuftee jira.

Aside

Fulbaana 21/2017 Uummata nagaafi jaalalaan baroota dheeraadhaaf waliin jiraataa tureefi kabaja waliif qabaataa tiksee wal jiraachisaa kan ture, mootummaan wayyaanee uummanni kun nagaan akka waliin hin jiraanne shira gurguddaa xaxuudhaan dantaa siyaasaashee geggeeffachuuf hojii erga eegaltee bubbuleera. Tooftaa dulloomaa kanaanis milkaa’uu kan dadhabde mootummaan wayyaanee, kan caaluyyu uummanni ollaa walii ta’e kun nagaan akka waliin jiraatuufi jaalala waliif akka qabaatu tasisaa jirti. Dabalataanis, uummanni Oromoo guutummaan mootummaa nama nyaataa kanarraa jibba guddaa akka qabuufi tokkummaadhaan shira ishee fashaleessuuf halkanii guyyaa akka hojjetu, akkasumas ija addunyaa duratti aadaafi duudhaa  wal jaalalaa duraanuu qabu akka mullatu taasisteetti!  Continue reading

Wayyaaneen TPLF Abdii Kutatee Basaasota Gandaa Leejisaa Jira.

Aside

Fulbaana 21/2017

Godina wallaggaa bahaa aanaa Gudayyaa Biilaa, Gudayyaa Jaree, Gobbuu Sayyoo,Aannoo,Sibuu siree ,Jimmaa Horroo,Baakkoo Tibbee irraa gandoota aanoota kana keessa jiran keessaa,mootummaan Wayyaanee namoota lama lama filuun leenjii hatattaamaa akka fudhatan gochaa jiraachuu qeerroon naannoo Sana addeessan.

Continue reading