Lixa Oromiyaa Aanaa Guutoo Giddaa Saamicha Lafaa Adeemaa Jiruuf Uummatni Ganda Lookoo Bulchaa Gandaa Kan Ture Irratti Himata Banan

Aside

Fulbaana 20,2017
Saamicha lafaa yeroo yerootti adeemamuun uummata lafa isaarraa buqqaasuun namoota halagaa qubsiisaa turuun wayyaanee yaadannoo jabaadha. Adeemsi saamicha lafaa sun har’as aanjaa’ee kan itti fufe yoo ta’u, abbootii lafaa irraa lafa saamuun maallaqatti jinniirratanuu namoota biraaf qubsuma taasusuurratti investment irratti babbal’isuurratti argamu. Uummanni Oromoo lafa abbuummaa itti qabu molqamuu mormu kaawwan hidhuu kaawwan ajjeesuunillee ture. Buqqa’iinsa Oromoo kanaaf beenyaa gahaaf qabeenyi bakka bu’umsaa utuu hinkennamiin lafa saamuun gagdadoo jireenyaa keessatti ilmaan Oromoo kufaa turuun beekamaadha. Gartuun Tigirootaa ykn Wayyaanee kun saamicha taasistu ammallee daran jabeessitee kan jirtu ta’uun beekamaadha.

Continue reading