Hagayya 09,2017/ Godina Arsii Magaalota hedduu keessatti Daldaltoonni Sabaan Oromoo ta’an hundi lagannaa gabaatti makamuun manneen hojii isaanii cufanii kan jiran yoo ta’uu Daldaltoonni saba biraa hojii hojjachaa jiru.kanas yoo gaafataman mootummaati akka nuti lagannaa gabaafi hiriira Oromiyaa keessatti gaggeeffamu irratti hin hirmaanne yoo hirmaattanii argamtan qabeenyi keessan saamamee Oromiyaa keessaa buqqaatanii gara Naannoo keessaniitti harka keessan qullaa gaggeeffamtu jechuun nu doorsise jechuun dubbataa kan jiran yoo ta’uu Wanti akkasii akka isin irratti hin raawwatamne nutuu itti gaafatama Continue reading
Monthly Archives: August 2017
SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa, Hagayya 8, 2017
Aside
Waraanni Wayyaanee TPLF Sabboontota Oromoo Matakkal( Dangab) Irraa Hidhaa Jira.
Aside
Hagayya 7,2017/ Badii fi yakka tokko malee Sabboontota Ilmaan Oromoo Matakkal( Dangab) irra guuree mana hidhaa Maayikelaawiitti ji`a ja`aa(6) oliif mana dukkanaa keessaatti reebichaa fi doorsisa addaa Adaan nerga Iltaamsaa turee Hagayya 2/2017 Mana Murtii Liidataa jedhamutti Namoota 11 Harkaa fi miila isaani walitti sakaaluun mana murtiitti dhiyeessee jira.
Hidhamtootni Oromoo kun Galmee Obbo Habtaamuu Bayyanaa Amantee Jalatti kan himatamanii fi maqaan isaanii tarreeffame akkuma armaan gadii kana dha.
1. Obbo Habtaamuu Bayyanaa Manatee
2.Obbo Kaffaalee Nigaatuu Baddeessoo
3. Obbo Gonfaa Makuraa Amantee
4. Obbo Caalii Yaadataa Bulchaa
5.Obbo Bilisummaa Fiqaaduu Taaddasaa
6.Obbo Shaanqoo Abbushaa Fayyisaa
7.obbo Ol anaa Baayyisaa Galmeessaa
8.Obbo Billisaa Bayyanaa Amantee
9. Obbo Tasfaayee Abbabaa Gannatii
10. obbo Waaqtolee hayiluu Tufaa Continue reading
SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Hagaya 4, 2017
Aside
Oduu Oromiyaa Gara Garaa
Aside
Hagayya 5/2017
Godina Wallaggaa bahaa aanaa Gudeyyaa Biilaatti gartuun sirna tajaajiltoota sirna Wayyaanee qabeenya ummataa saamanii dadhabnaan humna ummataa gara maallaqaatti jijjiiruun dafqa ummataa saamaa jirachuu Qeerroon gudayyaa Biilaa addeessan.
Maqaa biqiltuu dhabuun kunuunsu jedhuun ummata ijaaruun,Osoo saalaa hin qoodiin gareen tokko baay’ina namoota digdamaa_soddomaa(20_30) ijaaruun waggaadha hanga waggaatti dabareen eegsisuun nama tokkoon tokkoof qarshii 115(dhibba tokkoof,kudha shan)kaffaluufin baajata ummataaf bahe uunfaa isaanif olchata jiraachu keessa beektonni addeessan. Continue reading
Corruption and Educational Institutions in Ethiopia
Aside
By: Dejene A. Janna
Bonn-Germany
Introduction
Corruption is broadly defined as the abuse of public office for private gain, or the abuse of entrusted power for private gain. Various measures of corruption levels at the country level exist, from subjective perceptions indices to more objective experiential measures, and the pros and cons of these indices have been adequately explored elsewhere (Svensson, 2005; Treisman, 2007). Moreover, like the heads of Hydra’s dragon, corruption presents itself in many shapes though all originate from the same body politic. Forms of corruption differ from one another in terms of both the source of power that is exploited and the impact they have on the economy and the society of a given nation.
Corruption in Ethiopia
These days, corruption is endemic in Africa and anti-corruption strategies are politicized and largely failed across the continent. Ethiopia is not an exception; where Ethiopia brings a new expertise is in the art of covering up corruption by public officials. Continue reading


