Hagayya 11/2017 Godina Lixa Shaggar Aanaa Tokkee Kuttaayeefi Magaalaa Gudarritti Sochiin Warraaqsaa FXG, duulli gabaa lagaachuuf qabeenyaa ofii gabaa laguu, diddaan gibiraafi gidiraa , uggara sochii geejjibaa dhaabuufi hojii dhaabuun daran jabaatee waan itti fufeef Mootummaan abbaa irree wayyaanee waraana Agaazii uummatarratti babbaasee uummata shororkeessa jira. Addeemsii kun immoo diddaa uummataa ittumaa daran jabeessa jiraachuu Qeerroon Gudar gabaase. Continue reading
Daily Archives: August 11, 2017
Magaalaan Najjoo fi Mandii Wallagga Fincila Diddaa Gabrummaan Guuttee Jirti.Wayyaaneen Bakka Maratti Fala Dhabde.
Aside
SBO Hagayya 11,2017. Oduu, Qophii diddaa Gibiraa fi Gidiraa guutummaa Oromiyaa keessatti finiinaa jiru irratti fuulleffatuu fi Gaaffii fi Deebii Hayyuu Diinagdee Obbo Abbaa Maccaa Abbaa Qalbii waliin taasifame kutaa Xumuraa.
Aside
Guyyaa Har’aa Magaalli Amboo fi Waliisoon Muddama Keessa Jirti. Mormiin Itti Fufe!
Aside
SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Hagayya 10, 2017
Aside



