Har’a Hagayya 11 Godinni Lixa Shaggar Gootummaan Diiddaa Isaanii Itti Fufanii Jiru.

Hagayya 11/2017 Godina Lixa Shaggar Aanaa Tokkee Kuttaayeefi Magaalaa Gudarritti Sochiin Warraaqsaa FXG, duulli gabaa lagaachuuf qabeenyaa ofii gabaa laguu, diddaan gibiraafi gidiraa , uggara sochii geejjibaa dhaabuufi hojii dhaabuun daran jabaatee waan itti fufeef Mootummaan abbaa irree wayyaanee waraana Agaazii uummatarratti babbaasee uummata shororkeessa jira. Addeemsii kun immoo diddaa uummataa ittumaa daran jabeessa jiraachuu Qeerroon Gudar gabaase.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: