SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Caamsaa 26, 2017

Aside

SBO: Caamsaa 26 bara 2017. Oduu, Ijoo Dubbii ABO fi Gaaffii fi Deebii Dr. Gizaachoo Teessoo waliin taasifame -Kutaa 3ffaa.

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Caamsaa 25, 2017

Aside

Raadiyoo Simbirtuu Qophii Caamsaa 25,2017

Aside

Simbirtuu: oduufi qophii IMALAA. Keessummootni lama haalaafi amala HD ABOobbo Daawud Ibsaa ijoolummaarraa kaasee hanga lltummaa Eritrea demanii leenjihanii dirree seenaniitti kan beekan himu.Seenaa namoota hedduus ni tuttuqu.Akkatti Dr Nagaasoo Gidaadaa ABO keessaa bahanifii gahee Dr Haayilee Fidaa QUBEE UUMUU keessatti qaban eeraniiru caqasaa.

Qeerroon Godina Arsii Lixaa Aanaa Gadab Asaasaatti FXG Itti Fufan.

Aside

Caamsaa 24,2017/ Godina Arsii Lixaa Aanaa Gadab Asaasaatti Gareen Ispoortii Bulchiinsa magaalaa Asaasaa Shaampiyoonaa liigii kilaboota Oromiyaa ta’uun gara liigii biyyoolessaatti darbee jira.kanumaan wal qabatee Qeerroon Dargaggoonni Oromoo Daandii Magaalattii guutudhaan  NI MOONA TOKKUMMAAN NI MOONA YOOMUMAA NIMOONA TOKKUMMAN ENSHUSHEEN DAANGAA OROMOO LIXXU IRRA IJJATTEE MORMA ISHEEN KUTTUU jechaa ooluu maddeen keenya magaalaa Asaasaa irraa gabaasanii jiru. Continue reading

Wayyaaneen TPLF Oromiyaa Guutuu Keessatti Walgahiin Ummata Cinqaa Jiru.

Aside

Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinnee Magaalaa Duukam keessatti wayyaneen konfiransii Dargaggootaa 9ffaa jechuun erga Dargaggoota walitti qabdeen booda Ayyaana caamsaa 20 waggaa 26ffaas har’uma asiin kabajanna jechuun kijibaan ummata walitti qabdee erga jettee booda akkuma galma wal gahichaa seenaniin kaabinoonni Magaalichaa wal gahicharratti argaman Shaamaa ibsuun Ayyaanichis kabajameera jechuun.fedhii ummataatin alatti ayyaana kabajsiistee jirti Continue reading

Waamicha Uummata Oromoo Hundaaf!

Aside

Akkuma beekamu mootummaan abbaa irree Wayyaneeerga FXG Oromiyaa keessatti dhowee kaasee ajjechaa fi hidhaa irraa duubatti deebi’ee hin beeku ammas haaluma kanaan uummata Oromoo mana hidhaatti guuraa jiraachuun ifaadha,lubbuu hedduun itti wareegamee jira,kumaatam aguddaadhan kanlakkaawamu lubbuu ilmaanOromoo bade jira.  LolliLiyyuu Hail Continue reading

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Caamsaa 23, 2017

Aside

SBO Caamsaa 24,2017. Oduu, ‘‘Ginboot 20’’ wayyaanee ilaalchisee qophii qophaa’e, Gaaffii fi deebii Dr. Gizaachoo Teessoo waliin taasisame kutaa lammaffaa fi SBO Sagantaa Afaan Amaaraa

Aside

“NU DHISAA” Irreessa Barattooti Oromoo Yuniversitii Bulee Horaa Kabajatan Irratti Mootummaan TPLF Tear-Gas Itti Gadhiise.

Aside

Continue reading