SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Caamsaa 3,2017

Aside

Gatiin Xaawoo Dabalamuu Qonnaan Bultooti Godina Wallaggaa Himatu. Mootummaan Ammoo Gadi Buuseen Jiraa Jedha.

Aside

Image result for welega farmer farmCaamsaa 3,2017/ Qote Bultootni Godina Wallaggaa “Gatiin Xaa’oo Gadi Bu’ee Jira” Jechuun Holola Malee Hanga Ammaa Waan Nu Gahe HinJiru Jedhan Durumaa Harcaatuwwaan diinaa gartuun murna bicuu wayyaanee OPDOn barootaaf qabsoon uummataa yoo hudhee morma qabu hololaan uummata burjaajessuuf yaalaa turuunshee beekamaadha.Tibba darbe kana keessa “hoji dhabdootaaf hojii uumna” jechuun maallaqaa ijaan hin argamnen laagaa tatarsaa’a turte.Hanga ammaa uummanni keenya keessattuu barattoon sadarkaa barnootaa garaagaraan eebbifamanii jiran hojii Continue reading

Aside

Godina Arsii Lixaa Aanaa Kokosaatti Dargaggoota walitti qabanii maallaqa hanga feetan isiniif kenninaa gocha badiirraa gara misoomaa dacha’aa jettee kaabinoonni Aanichaa kadhataa jiru,Dargaggoonni Qeerroon Bilisummaas nu rakkoon keenna maallaqa horachuu osoo hin taane gabrummaa TPLF jalaa bahuudha.mirga ufii karaa nagayaatiin gafachuun akkamitti gocha badii ta’e jechuun gaafilee ciccimoo gaafataniiru.kaabinoonni wayyaanees gaaffii keessan qaama dhimmi ilaallatu biraan isinii geenna jechuun deeman Jedha gabaasni Qeerroo Aanichaa irraa nu gahe Continue reading

ተይ አንቺ ውሻ!

Aside

(ዮሴፍ ሙሉጌታ ባባ, PH.D.)

ጭብጥን በጭብጥ መመከት የማይፈልጉ አንድ አንድ ሰዎች፣ ብዕርን እንደ ጦር ይፈራሉ። በእርግጥ ሰውዬው እንዳለ ‹‹ብዕር የወጋዉን ቁስለኛ ዶክተር አያድነዉም!›› ከማንኛውም የጦር መሣሪያ በላይ እሳት የሚተፋ ብዕር የሚፈራ ለዝህ ይመስለኛል። በሀገራችን ኢትዮጵያ ‹‹ፍደል ቆጠርኩ›› የሚል ጥሩንባ ነፊ፣ ለተነሳው ሐሳብ/‹‹ክርክር›› ምክንያት ማቅረብ ስያቅተው፣ ተቃራኒውን/ሌላውን ወገን ለማሸማቀቅ፣ የስድብ ውርጅብኝ ማጦዝ ይጀምራል። እንድህ ዓይነቱ ሕፀፅ ‹‹አህያውን ፈርቶ ዳውላውን›› (Argumentum ad Hominem) ይባላል!! በሥነ-አመክንዮ፣ ሐሳብን በሐሳብ መመከት ማለት፣ ‹‹አንድ በቂ ምክንያት ከሃምሳ ሰበቦች የተሻለ ነዉ!›› የሚለውን አባባል በትክክል መረዳት ማለት ነው። Continue reading

Godina Arsii Aanaa Sireetti Dubartoonni fi Daa’imman Ji’a Ji’aan Qarshii Akka Qusatan Dirqisiifamaa Jiru.

Aside

Caamsaa 2,2017/ Godina Arsii Aanaa Sireetti dubartoonni fi Daa’imman ji’a ji’aan Qarshii 10 irraa eegaluun akka maallaqa qusattan jettee dirqamsiisaa jirti.Aanaa Siree Gandoota hunda keessatti daa’imman ammarraa eegalanii maallaqa qusachuun gaafa barnoota xummuran akka hin rakkanneef haadholiin daa’immanii fi daa’imman akka dirqamaan maallaqa kuusatan taasisaa jirti

Kana malees Godina Arsii Aanaa Siree Magaalaa Siree keessatti Wayyaaneen Ummata Baadiyyaa hanga Magaalaatti Haaromsa gadi fageenyaa jettee Walitti qabuudhaan Ujoollee teessan keessattuu dargaggoota warri qabdan ganda gandaan Maqaa Ujoollee teessanii galmeessitanii akka waajjiroota Bulchiinsa gandaa keessa keessiftan.Warri Ujoolleen teessan Nuti Qeerroodha Jedhanii Kaayyoo ABO galmaan gayuuf tattaafatan  Maqaa isaanii addatti Milishoota Gandaatif kennitanii Qaama mootummaatiin leenjiin akka kennamuuf taasifna jettee maatii Qeerroo doorsisaa jiraachuu Maddeen Oduu Qeerroo naannawa siree gabaasanii jiru. Continue reading

Aside

Caamsaa 2,2017/ Godina Arsii Lixaa Aanaa Dodolaatti Qabeenya Wayyaanee Qeerroon Barbadeesse Ijaaruuf Maallaqa Fiddan malee jettee OPDOn Ummata dararaa jiraachuu fi mataa mataan Abbaan warraa tokko Qarshii kuma  Lama (2000) kaffaluu qaba jettee Dirqamaan Ummata Saamaa jiraachuu Qeerroon Aanaa Dodolaa Gabaasee jira

Aside

Godina Addaa Naannawa Finfinnee Magaalaa Bushooftuutti Barattoota doorsisaa jiru. Bulchiinsa Magaalaa Bushooftuu Manneen Barnootaa Gandoota hunda keessatti wayyaaneen barattoota hojii baruuf barsiisuu dhaabsisiiftee doorsisaa jiraachuun dhagayameera.Wayyaaneen barattoonni Fincila kaasu jettee sodaa guddaa keessa waan jirtuuf barattoonni kamuu akka hiriira kamirrattuu hin hirmaanne jettee barattootatti roorrisaa jiraachuu Qeerron naannawa Bushooftuu gabaasee jira