J/Odaa Xasee MSG fi I/G Birkii Jaarmiyaa fi Siyaasaa ABO-BA, miseensotni Adda Bilisummaa Oromoo Kutaa Kanaadaa keessa jiran hundi amanna dheeraa fi karaa fagoo deemuun Kora kana irratti argamii fi Konyaa Kora kana qopheesse galateeffachuun Kora sirnaan banan.
Kora kana irratti hoggannootni dhaabaa J/Ibsaa Nagawo MKHR ABOfi J/Morkataa Guutuu MGS ABO irratti argamaniiru. Continue reading →