SBO Ebla 09,2017. Oduu, Gabaasa sirna kabajaa Guyyaa Gootota Oromoo Jaarmayaa Tokkummaa Baqattoota Oromoo Yamani in geggeeffamee fi Gaaffii fi deebii qabsa’aa Geessisaa Kuusaa waliin kutaa 1ffaa

Aside

ONN: TUMSAA KUTAA 2FFAA KAN XUMURRA

Aside

https://youtu.be/7RjUUM5C6TM

SABBOONUMMAA  LAMMAA MAGARSAA FI  HUJUMMOO OLOLA ISAA(TPLF)

Aside

GUCA QABSOO OROMOO IRRAA

Image result for lamma magarsaPeresdaantiin mootummaa naannoo oromiyaa namni Lammaa Magarsaa jedhamu baatii kana guutuu maal hojjechaa akka jiran hundi keenyayyuu ni beekna .daandiin qabsoo isaan qabatanii adeemaa jiranis uummata oromoof ifaaf ifatti mul’ataadha.Of kuuluu fi of mul’isuun isaaniimmoo uummata oromoo bukkeetti maal fakkaataa jira isa jedhuuf dubbiin kun dubbii jabduudha.Ifaajiin peresdaandaantiin mootummaa naannoo oromiyaa yeroo ammaa uummata oromoof waan qabsa’aa jiru of fakkeessuun jechoota kukkuulee  dubbachuudhaan uummata oromoo hundaa oliif gadi dha’aa jira. Continue reading