ONN: “Bekkomsi guddaan of beekuudha” – by Dr. Dibaabaa

Aside

https://youtu.be/-hPZEdRP9ug

SBO: Ebla 30 bara 2017. Oduu, Ibsa Ejjennoo Miseensota ABO Kutaa Kanaadaa fi Gaaffii fi deebii Jaal Geessisaa Kuusaa waliin taasifame -Kutaa 2ffaa.

Aside

ONN

Aside

Dabballoonni Wayyaanee TPLF(OPDO)n Amma Illee Ummata Oromoo Goyyomsaa Jiru.

Aside

Ebila 21/8/2009 ALHtti Godina Addaa Naannawa Finfinnee Magaalaa Duukamitti Wayyaaneen Gaaffii Ummataa deebifna jettee wal gahii gaggeessaa oolte.

Itti Aanaa Gaafatamaan Misooma Magaalaa Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Ummata Oromoo lafuma isaa isaa kennuuf Barsiiftota,Qotee Bultoota fi Hojjattoota Mootummaa walitti qabee lafa isiniif qopheessinee jirra.Gaafii ummanni Oromoo gaafataa jiruuf deebii kan kennuu danda’u dhaabni tokkichi Dh D U O qofa kanaafuu karaa hundaan dhaaba keenya cinaa hiriirtanii misooma qofarratti akka bobbaatan jechaa ooluu Qeerron Naannawa Duukam gabaasee jira.

Gama biraan Continue reading

Aside

Godina Arsii goleedhan hundatti wal gayiin Wayyaaneen gaggeessitu  akkuma itti fufetti jira.Ebila 20/8/2009 ALH irraa eegalee Magalaa Dodolaa Keessat ti konkolaachiftootaa fi Abbootii Qabeenyaa Mootummaan Abbaa Irree wal gahii diqamaan teessisaa jira.Magaalatti keessatti imaltoonni rakkina guddaa keessa jiru.sababaa wal gahii wayyaaneen gaggeessaa jirtuu irraa kan ka’e Dararaa adda addaa dhandhamaa jiru.baasii hin taaneef saaxilamaa jiru.Imaltoonni.guyyaa kaleessaa irraa eegalee hanga ganama kanaatti wal gahichi ittuma jira

DIINQA OROMOO KUTAA II-Aadde Dinqinash Dheeressaa Kitilaa, Itti gaafatamtuu Jaarmiyaalee Dubartoota Oromoo Addunyaa!

Aside

Continue reading

Aside

Ebla 28,2017/ Mootummaan wayyaanee jiraattoota uummata gidduu gala naannoo laga xaafoo fi magaalaa suluultaa bakka Mana jireenyaa fi bakka itti gamtaan hojii hojjeettan sini kennina jechuun uummata afanfaajeessa jirti. Continue reading

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Ebla 28,2017

Aside

Injiinar Tasfaahun Camadaa (Barii) fi Injiinar Masfin Abbabee ( Raasoo) kan waggaa kurnan har’aa harka diinaatti kufan.

Aside

Image may contain: 1 person, selfie and closeup

Haala Qabsoo Oromoo Walii Galaa Irratti ONN Gaaffii fi Deebii Bal’aa Hayyuu Duree ABO Jaal Daawud Ibsaa Waliin Taasisuu Beeksise.

Aside

#OromoStruggle-Qabsoon Bilisummaa Oromoo kan Adda Bilisummaa Oromootin gaggeeffamaa jiru eessaa ka’ee? Amma hoo maal irra jira?
#ONN gaaffii fi deebii Addaa fi bal’aa Hayyuduree Adda Bilisummaa Oromoo, Ob Daawud Ibsaa, waliin taasisee jira; qophii kana dhiheenyatti isiniif dhiyeessinaa; nu hordofaa!!
Injifannoon ummata Oromoof!!