Onkolooleessa 5,2016 Bulchiinsi TPLF Bososee Irree Ummata Oromoon Diigamaa Jira,Qabeenyi Mootummaa fi Kuufami Meeshaa Humna Addaan Booji’amee Jira,Daandiin Cumaaa Jira.
Haaluma kanaan daandiileen bakka garagaraa geessu cufamee jiraachuun barameera. Magaalaaleefi Baadiyaaleetti bakkeewwan daandiin cufamee humna uummataa jala oolan keessaa:
- Waaqee Xiyyaa Mi’oo
- Malkaa Sa’aa
- Waaqa Malkaa Obaa
- Baattoo Dagaagaa
- Dirree Dagaagaa
- Magaalaa Bofaa
- Awaash
- Dooniifi KKf keessati ta’uun addaateera.
Namtokko Qeerroo irraa wareegamul illee dhagahameera.
Dabalataan shonkoraa warshaa sukkaara Matahaaraa zoonii sadii irratti guutummaa guutuutti gubuun daaraatti deebisanii jiru.
Oduu biraan ammoo magaalaa Adaamaa keessatti dhukaasni bakka garagaraatti uummataaf wayyaanee jidduutti banamee jira. Barattootni Yuunvarsiitii Adaamaa heeddumminaan bahanii mooraa kaampaasii irraa eegaluun BOOLEE IRRA GORANII FUULLEE ADAAMAA GENERAL HOSPITAL itti harka harka qaxxaamursuun mallattoo diddaa/Xumura Gabrummaa agarsiisaa jiru. Continue reading →
Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk